22 Aug 2026, 16:46 UTC227 viewsread 24 August 2026 Photo
👉Baga Gammaddan‼️
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)
Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.
#Manneen_barnootaa_barattoota_isaanii_100% dabarsan:
- Biyyaalessaa: 88
…
Signed Abas Ahmed
22 Aug 2026, 16:44 UTC192 views1 reactionsread 24 August 2026 Photo
Qabxii Olaanaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Bara Kanaa Ifoome!
Ibsa qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa har'a kennameen, qabxiin olaanaan bara kana galmaa'e ifoomeera.
Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barattoota dhiiraa keessaa qabxiin olaanaan 600 keessaa 591.6 kan galmaa'e yoo ta'u, barataan qabxii ajaa'ibsiisaa kana fides barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Odaa magaalaa A…
❤1
Signed Abas Ahmed
5 Aug 2026, 21:44 UTC502 views1 reactionsread 24 August 2026 Forwarded from @barsiisotafFile
Ulaagaa Dorgommii Fi Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Kan Manneen Barnoota Bultii Addaa Fi Manneen Barnoota Addaa Naannoo Oromiyaa Bara 2019
Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
❤1
Signed Abas Ahmed
5 Aug 2026, 21:43 UTC429 views0 reactionsread 24 August 2026 Forwarded from @barsiisotafFile
Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaa Haaraya
Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.
👇👇👇👇👇👇
✅️ @OroAcademic
Signed Abas Ahmed
5 Aug 2026, 16:03 UTC508 views1 reactionsread 24 August 2026 Photo
Veenishees Juneer yeroo ammaa carraa dhibbeenta 50 gara Arsenaal deemuu qaba.
#DavidOrnstein
👍1
Signed Abas Ahmed
1 Aug 2026, 20:41 UTC566 viewsread 24 August 2026 Photo
Welcome to SkillMoney 🎉
Complete available tasks, track your rewards and manage withdrawals directly in Telegram.
እንኳን ወደ SkillMoney በደህና መጡ 🎉
ያሉትን ተግባራት ይስሩ፣ ሽልማቶችዎን ይከታተሉ እና የገንዘብ ማውጣት ጥያቄዎችን በTelegram ያስተዳድሩ።
Signed Hordofa Abdela
28 Apr 2026, 13:47 UTC≈1,170 views1 reactionsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
Signed Abas Ahmed
28 Apr 2026, 13:46 UTC≈1,010 viewsread 24 August 2026 Sagantaan Nyaata Barattootaa Manneen Barnootaa Oromiyaa, Barnoota, Fayyaa fi Egeree Daa’immaniitiif
==
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Waggoottan shanan darbanitti karoora imala badhaadhinaa dhugoomsuuf hojii bal’aa raawwachaa turee jira. Hojiilee bu’a qabeessa ta’anii fi jireenya uummataa kallattiidhaan jijjiiran hedduu keessaa tokko sagantaa nyaata barattootaa manneen barnootaatti dhiyaachuu jalqabuudha.
Sagantaan ku…
Signed Abas Ahmed
24 Apr 2026, 16:56 UTC895 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Abas Ahmed
24 Apr 2026, 16:55 UTC853 views2 reactionsread 24 August 2026 Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame.
-----------------
BBO- Ebla 16/2018 Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaa. 8ffaafi Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ji'a Waxabajjii/2018 jalqabaafi walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Daayirektoreetii Qormaataafi Iyyaafannoo Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.
Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi …
👍2
Signed Abas Ahmed
23 Apr 2026, 12:11 UTC733 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Abas Ahmed
23 Apr 2026, 12:11 UTC929 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Abas Ahmed
Showing the 12 most recent of 12 posts we hold for @Abaskaahmed. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.