27 Sept 2026, 19:47 UTC45 viewsread 29 September 2026 😢IYYANNOO MARSAA 2FFAA
---
Mana Sirreessaa Godina Jimmaa, naannoo Qociitti argamu keessatti, manni waaqeffannaa hordoftoota amantii Protestaantii kan dhiiraa fi dubartootaa walakkaa ol akka diigamee ture, akkasumas kutaan hafe illee guutummaatti akka diigamu Management Mana Sirreessaa sanaatiin murtaa’ee akka ture iyyata nu qaqqabeen beeksisaa turuun keenya ni yaadatama.
Haaluma kanaan, dhiibbaan sirreeffamtoota ama…
Signed Dr. Boni Kiristoos
26 Sept 2026, 18:21 UTC39 viewsread 29 September 2026 Forwarded from @Youth4Christ1Photo
t.me/Youth4Christ1
Signed Dr. Boni Kiristoos
26 Sept 2026, 18:21 UTC44 views1 reactionsread 29 September 2026 Forwarded from @Youth4Christ1
❤️ A MESSAGE TO MY BELOVED ORTHODOX & CATHOLIC BROTHERS AND SISTERS
My beloved Orthodox and Catholic brothers and sisters, I share this message with you in love and concern. ❤️🙏
Mary is the mother of Jesus according to the flesh, and she was a faithful servant of God. But the Bible does not teach us to look to Mary as our mediator or intercessor.
Mary is not the one who knows everything happening in the world, and s…
👍1
Signed Dr. Boni Kiristoos
25 Sept 2026, 18:26 UTC366 viewsread 29 September 2026 SAAKERDOTAALIISIM
=============
Waaqayyo tokkicha, Inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, Inni immoo Kristos Yesus Isa nama ta'ee mul'atee dha. (1Tim 2:5)
Saakerdootaaliisimiin luboonni Waaqayyoo fi nama gidduutti giddu-seentoota barbaachisoo ta’uu isaanii amanuu dha. Jechi 'Saakerdotaal' jedhu jecha Laatiinii "luba" jedhu irraa kan dhufe yoo ta'u, jecha jechaatti 'Qulqulleessuu' jechuudha. …
Signed Dr. Boni Kiristoos
23 Sept 2026, 13:12 UTC665 views2 reactionsread 29 September 2026 Photo
Missio Die
CSLM Summer Mission 2026
Exposed by Gospel = 4699
Give Hope to come = 640
Recieved Christ the saviour = 285
Backlisted for follow Christ =26
-200+ units of blood
-We helped people who are in need
-City cleaning
GC EMPOWERED FELLOWSHIP
We Preach Christ crucified❤️🔥
STUDENT LED MOVEMENT
All Student Fellowships
Stay tuned
Follow us
Instagram | Telegram | TikTok | All students
t.me/AgapeMission
❤2
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 12:11 UTC55 views1 reactionsread 29 September 2026 #AMANTII_ABRAHAAM_FI_SAARAA: DADHABINA FOONII KEESSAA HUMNA HAARAA
Ibroota 11:11–12)
“Inni abdii kenneef amanamaa akka ta'e, Abrahaam fudhatee waan tureef, Abrahaam inni barri isaa darbe iyyuu, Saaraan isheen dhala godhachuu hin dandeenyes amantiidhaan dhala godhachuuf humna argatan. Kanaafis sanyiin akka urjoota waaqa keessaa baay'atan, warri akkuma cirracha qarqara galaanaa lakkoobsa hin qabnes, namicha isa ak…
❤1
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 12:11 UTC60 viewsread 29 September 2026 • Maaliif Hin Yeella'u?
• Sababiinsaas isaan biyya lafaa kanaan hin booji'amne; Waaqayyoon amantiidhaan ulfeessanii Isa qofa waan hawwaniif, Innis isaaniin ulfeesseera!
AMANTII DU'AA KA'UU: QORUMSA ABRAHAAM FI AARSAA YISIHAQ
Ibroota 11:17–19)
“Abrahaam yeroo ilaalamuuf qorametti, amantiidhaan Yisihaqin aarsaadhaaf dhi'eesse; isuma deddeebi'ee abdii argate sanatus ilma isaa isa tokkicha aarsaa dhi'eessuuf …
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 12:11 UTC99 views1 reactionsread 29 September 2026 • Yisihaq ⟶ Fakkeenya Yesuus Kiristoos isa Ilma Abbaa tokkicha ta'ee fannoo irratti aarsaa ta'eeti.
• Abrahaam ⟶ Fakkeenya Waaqayyo Abbaa isa jaalalaan Ilma Isaa nuuf kenneeti (Yohannis 3:16).
• Hoolaa🐑 Qoraattii Keessatti Qabame ⟶ Fakkeenya Kiristoos isa bakka keenya bu'ee aarsaa ta'eeti.
• Ka'uu Yisihaq ⟶ Fakkeenya du'aa ka'uu Yesuus Kiristoos guyyaa sadaffaatti ta'eeti!
AMANTII DHALOOTA DABARSU: YISIHAQ, YAAQOOB,…
❤1
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 12:11 UTC59 views1 reactionsread 29 September 2026 1. AMANTIITTI HAMMA DU'AATTI CICHU (Verse 13a)
“Jarreen kun isa abdachiifaman yoo hin fudhanne ta'an iyyuu, amantii isaanii utuu hin dhiisiin du'an...”
Amantii Yeroo Miti: Amantiin abbootii kanneenii eebba foonii fi faayidaa lafa kanaa qofa irratti kan hundaa'e hin turre. Isaan abdii Kana'aan foonii qofa osoo hin ta'in, fayyina barabaraa fi Kiristoosin eeggatu turan. Hamma Du'aatti Dhaabbachuu: Utuu Waaqayyo abdii k…
❤1
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 12:09 UTC65 viewsread 29 September 2026 Photo
t.me/AgapeMission
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 04:30 UTC470 views3 reactionsread 29 September 2026 Video
t.me/AgapeMission
❤3
Signed Dr. Boni Kiristoos
21 Sept 2026, 03:13 UTC482 views1 reactionsread 29 September 2026 የእግዚአብሔርን ፍቅር
እግዚአብሔር ለእኛ ያለውን ፍቅር በስብከት ሞኝነት ቢሆንም የተቀበልነው አሁን ግን ጊዜ ሰተን በደንብ በመንፈስ ቅዱስ አማካኝነት ልንረዳው ይገባል።
5. ጌታ ልባችሁን ወደ እግዚአብሔር ፍቅርና ወደ ክርስቶስ ትዕግሥት ይምራው።
2 ተሰሎንቄ 3:5 (አማ05)
t.me/AgapeMission
❤1
Signed Dr. Boni Kiristoos
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @AgapeMission. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.