7 Aug 2026, 10:48 UTC204 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
Iyaafannoo
Nama suuraa kana irratti argitan Kun She Abdulwahab H/Amaan jedhama. Namni Kun jireenya ofii ijijjiruuf karaa bahara su'udiitiin deemuudhaan sagaleen isaa dhabame. Kanaaf namni nama kana argitan Akka nu beysistan kabajaan isin gaafanna.
Lakk. Bilbila
0931083152
0918922669
0955523654
😢4
18 Jun 2026, 11:51 UTC651 views6 reactionsread 9 August 2026 Yaada Dheereessu kutaa 2ffaa
https://youtu.be/WSo28oXbeZ8?si=QI-o1oI3iBYdFkc1
❤6
15 Jun 2026, 05:48 UTC688 views5 reactionsread 9 August 2026 Video
Warra telegram keessan hack isin jalaa ta'eef furmaata
❤5
13 Jun 2026, 07:00 UTC648 viewsread 9 August 2026 Yaada Dheereessu kutaa 1ffaa
https://youtu.be/ift0N2BvGWU?si=pGXlkwVlq_f46LMG
26 May 2026, 21:43 UTC828 views1 reactionsread 9 August 2026 #Eid_Aladha1447
عيدكم مبارك!
Eid Mubarak! 🌸
🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲
🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲
@Azkaar_Media
@BurqaaBekkumsaislaama
❤1
25 May 2026, 08:23 UTC655 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @Azkaar_Media
Sunnaa takbiiraa kana jabeessaa
أحيوا سنه التكبير .
الله أكبر ، الله أكبر ، الله أكبر ، لا إله إلا الله
الله أكبر ، الله أكبر ، ولله الحمد.
Allahu akbar , Allahu akbar ,Allahu akbar , laa ilaaha illa llaah ,Allahu akbar , Allahu akbar , walillahil hamd
@Azkaar_Media
20 May 2026, 18:47 UTC735 views4 reactionsread 9 August 2026 Photo
جدول يوم عرفة
❤4
18 May 2026, 01:52 UTC693 viewsread 9 August 2026 File
File, posted without a caption
18 Mar 2026, 18:33 UTC≈1,220 views9 reactionsread 9 August 2026 Forwarded from @AbduIslamApologist
Zakaatul Fixr
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin.
Zakaatul Fixr زكاة الفطر Jechuun Zakaa(Sadaqaa) Sababa Furiinsa Ji'a Ramadaanaatiif, Dogongoroota Nama Soome Irraa Argaman Akka Qulqulleessituuf, Hiyyeessa Gammachiisuuf Jedhamee Kennamuudha. Zakaatul Fixr Sadaqatul Fixr Jedhamtees Ni Waamamti.
Zakaan Fixrii Galgala Xumura Ramadaanaa Irraa Kaasee Hanga Salaata Iidaatti Dirqamummaan Namar…
❤9
15 Mar 2026, 17:02 UTC≈1,030 views9 reactionsread 9 August 2026 Forwarded from @Azkaar_MediaPhoto
Aishaa irraa odeeffamee Radiyallahu anhaa ni jette : Yaa ergamaa Rabbii ﷺ naaf himii yoo laylatul qadrii qunnamee waan ittiin kadhadhuun. Ergamaan Rabbiis ﷺ akkana jettaa jedhaniin :
• Allaahumma Innaka Afuwwuun tuhibbul Al-afwa fa'afu annii
• (Yaa Rabbii atin namaaf araaramaa dha, namaaf araaramus ni jaalatta, naaf araarami/dhiisi)
❤9
14 Mar 2026, 12:17 UTC894 views5 reactionsread 9 August 2026 Forwarded from @ifaislaamaaPhoto
🔑 Furtuu meeqa fudhatta ture??
Haa jennu, sanduuqni worqeedhaan guutame tokko jira... furtuun banan kudhan siif kenname, Furtuu kurnan kanaan sanduuqi kun ni banama, yaali' yoo siin jedhame, furtuu meeqa fudhattee deemta??
Tokko? lama? sadi? Moo furtuu shan qofa fudhattee deemt❓
Moo...
Kurnanuu fudhattee yaalta??
👇 👇 👇 👇 👇 👇
💎 'Laylatul Qadr halkani kurnan keessaa ishee tokko keessatti argama' yommuu jedhamus akku…
❤5
12 Mar 2026, 20:31 UTC839 views8 reactionsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤8
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @BurqaaBekkumsaislaama. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.