9 Aug 2026, 16:40 UTC373 views5 reactionsread 12 August 2026 #Dhukkubbii_yeroo_konkolaataan_karaa_deemanii (#MOTION_SICKNESS)
☆☆☆☆☆
Namni konkolaataan ykn aeroplane karaa deemu ofiisaa ykn namni biraan yeroo dhukkuba kanaan rakkatu ni argina.
Singiggoo, ol deebisuu, mataa dhukkubbiin guutummaatti deemsa sana jibbisiisaa taasisa.
Namoonni tokko tokkommoo aarri konkolaataa sana keessaa bahu gaafa itti bahu isaan dhukkuba.
Konkolaataa keessatti akkasumas aeropl…
❤3👍2
4 Aug 2026, 14:09 UTC818 views8 reactionsread 12 August 2026 OF AJJEESUU?
Biyya keenya keessatti gochi of ajjeesuufi du'a suukkanneessaa tahe hedduu mul'ataa jira. Dhaloonni ammaa keessumaa dargaggoonni aarii xiqqoo ishee qabaannaan of balleessuu filatu.
Kun maaliif ta'e jennee yoo ilaalle, inni jalqabaa abdii dhabuudha.
Namni abdii, obsaafi amantii hin qabne murtoo fokkisaa fudhata.
👉 OBSA: Namootni obsa qaban akkuma warqee ibidda keessatti meeqa gubatee bahee morma, quba, a…
❤5👍3
22 Jul 2026, 19:06 UTC≈1,200 views4 reactionsread 12 August 2026 #YouTube kiyya #Subscribe godhaan affeerraa kooti 🙏
👇👇👇
https://youtube.com/@drbulti?si=0mCRuwDaIRQ_hqUL
❤4
16 Jul 2026, 17:48 UTC≈1,680 views17 reactionsread 12 August 2026 💢 DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids)
⚠️ Mallattoolee Kintaarotii
🤕 Dhukkubbii yeroo baay'ee
🔥 Hooksisuu fi gubuu
🌵 Naannoo munnee dhiita’uu
🩸 Dhiiguu danda’a
📊 Sadarkaa Dhiitoo
1️⃣ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mul’atu.
2️⃣ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebi’a.
3️⃣ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebi’a.
4️⃣ Sadarkaa 4: Ol hin deebi’u, gadi baheetuma hafu.
🎯 Sababoota …
❤13👍2🥰2
16 Jul 2026, 17:44 UTC≈1,190 views0 reactionsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
15 Jul 2026, 09:46 UTC≈1,420 views11 reactionsread 12 August 2026 #TETANASIIN MAALI?
Tetanasiin infeekshinii baakteeriyaa biyyee keessatti argamuun dhufudha.
Baakteeriyaan kunis karaa madaa ykn uraa gogaa gara qaama keessaatti gala.
Baakteriyaan kun kutaa qaama keenya keessaa kan sammuu hubudha.
#MALLATTOOlEE
👉Maashaaleen qoonqoofi mormaa goggoguu
👉Dhukkubbii maashaalee qaamaa
👉Dafqisiisuu
👉Dhahannaan onnee dabaluu
👉Hoo'a qaamaa
👉Yoo kan hammaate ta'emmoo, rakkoo hargansuufi liq…
👍6🔥5
10 Jul 2026, 16:35 UTC≈1,390 viewsread 12 August 2026 Subscribe🙏
10 Jul 2026, 16:35 UTC736 views6 reactionsread 12 August 2026 Photo
Karaa #YouTube gorsa waa'ee fayyaa gaggabaaboo ta'an argachuuf link gadiin seenaa, #SUBSCRIBE godhaa🙏
👇👇👇
https://www.youtube.com/@drbulti
❤4🥰2
4 Jul 2026, 09:11 UTC≈2,110 views7 reactionsread 12 August 2026 Fayyaa jechuun maali? Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa ykn WHO'n hiika Fayyaa akkamitti kaa'a? Guutummaasaa dhaggeeffachuuf YouTube kiyya kana seenuun dhaggeeffadhaa, Subscribe gochuu hin dagatiinaa! https://youtube.com/shorts/iz-JSi01CCg?si=PYMAKwY6eB2sfZ7l
❤7
3 Jul 2026, 16:31 UTC978 views3 reactionsread 12 August 2026 Photo
Karaa #YouTube gorsa waa'ee fayyaa gaggabaaboo ta'an argachuuf link gadiin seenaa, #SUBSCRIBE godhaa🙏
Coming soon 👌
👇👇👇
https://www.youtube.com/@drbulti
❤3
2 Jul 2026, 12:18 UTC≈1,580 views10 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @OrobookPhoto
"#Waadaakee_hin_nyaanne_Harmee!" Kaalid
Haati isaa du*utee osoo reeffi mana jiruu waadaa isheef seene kabajuuf jecha awwalcha duraafi awwaalcha booda barataa qormaata kutaa 8ffaa qorame!💔
Maqaan isaa Kaalid jedhama. Umriin isaa 14 yoo ta'u, ijoollee dhiiraa quxusuu lamaafi harmee isaa waliin magaalaa Shaggar, kutaa bulchiinsa Eekkaa Xaafoo jiraata.
Abbaan isaa gaa'ila biraa ijaarratee isaanirraa fagaatee magaalaa J…
🔥7❤3
28 Jun 2026, 16:38 UTC≈1,960 views7 reactionsread 12 August 2026 #Walqunnamtii_saalaan walqabatee rakkinoota dhiirota irratti mul'ataniif sababoonni maal faati?
🟢 Sigaaraa xuuxuu, alkoolii baay'isanii dhuguu, qorichoota hadoochan fayyamuu
🟢 Dhukkuba dhiibbaa dhiigaafi sukkaaraa
🟢 Hormooniin dhiiraa hir'achuu
🟢 Qorichoota adda addaa fudhachuu
🟢 Dhukkuba narvii
🟢 Maatii lamaan gidduu walii galteen yoo hin jiraanne
🟢Ofitti amanamummaa dhabuu
🟢Hojiitiin walqabatee waan itti dh…
❤7
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @Fayyaa_egeree. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.