22 Aug 2026, 17:48 UTCβ1,660 views26 reactionsread 3 September 2026 #ODUU_GAMMACHIISAA
Gabaasa Qabxii Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa
1. Lakkoofsa Barattootaa fi Qabxii Waliigalaa Barattoota Galmaaβan: 563,960
Barattoota Qormaata Fudhatan: 550,210
Barattoota Qabxii Darbiinsaa Fidan: 70,544 (12.8%)
2. Buβaa Qormaataa Akka Muummeetti Saayinsii Uumamaa (Natural Science): 16.5% darban.
Saayinsii Hawaasaa (Social Science): 8.33% darban.
3. Qabxii Olaanaa Galmaaβe (Saayinsii Uumamaaβ¦
β€18π6π₯1π₯°1
19 Jun 2026, 15:33 UTCβ5,030 views30 reactionsread 3 September 2026 Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama! π¨
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.
π Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti:
- Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu)
- Saβ¦
β€17π5π₯4π€―4
19 Jun 2026, 04:48 UTCβ3,870 viewsread 3 September 2026 Waan kana yaalaa mee ummata
19 Jun 2026, 04:48 UTCβ3,740 views3 reactionsread 3 September 2026 π₯ Refer & Earn Program
π Invite your friends and earn limitless crypto!
π You will receive $1.00 USDT for every valid user who joins through your link.
π Your Exclusive Referral Link:
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6683758695
π’ Share this link with your network and start earning!
π2β€1
17 Jun 2026, 23:42 UTCβ4,090 views15 reactionsread 3 September 2026 BARATTOOTNI KEENYA KAN QORMAATAAF DEEMTAN HUNDI KEESSAANU MILKAAWA.
βJoollee Teenya Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 8ffaa Ministry Bara 2018. Fudhachuuf Deemtan Hunda Keessanu.
β’Rabbiin Qormaata isiniif Haa Laaffisu, Irra isin Haa Aanus
β’Deebiin irra Keessan Hundii Sirrii isiniif Haa Taatu,
β’Ta Jabaatte Hundi isiniif Haa Laaffattuu.
β’Rabbiin Ofiif Dagalee Gurra isinitti Gaa Godhu.
β’Milkaawa Gammadaa irra Aana.
~~~~
βWaβ¦
β€9π3π₯°2π₯1
18 Apr 2026, 10:33 UTCβ5,880 views13 reactionsread 3 September 2026 Video
Yooyyaa akkam jirtu hojiin akkam hojjachaa jirtuu namoonni akkaataan saa isin dhibe video kanarraa ilaalaa
@ABDULMEJID_ABDANE
https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt
π7β€3π₯°2π₯1
πππππ πππ₯π‘π’π’π§ππβ’ pinned a photo
17 Apr 2026, 04:21 UTCβ5,000 views9 reactionsread 3 September 2026 Photo
Namoonni galmooftan step 1-7 kanniin hordofuun task keessan hojjadhaa
https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt
β€4π4π₯°1
16 Apr 2026, 13:23 UTCβ4,480 views4 reactionsread 3 September 2026 α°αα Online α₯α« αα΅α«α΅ αα΅αααα΅ α αα΅α₯ α ααα©α
@α α₯α±αα
@Abduliea
π4
16 Apr 2026, 13:22 UTCβ4,530 views9 reactionsread 3 September 2026 Yooyyaa Akkam ooltan hojiin akkam akkuma kaleessa isinitti himee ture hojii online bifa gaariidhaan kafalu tokko bilisaan isin hojjachiisaa namoonni barbaaddan keessaan na dubbisaa
@Abduliea
@Abduliea
π6β€3
18 Mar 2026, 16:05 UTCβ7,020 views36 reactionsread 3 September 2026 #Oduu_Ammee:
Ayyaanni Iid al-Fixrii Jimaata Ta'uun Isaa Mirkanaa'e!
Makkaa β Sa'ud Arabiyaatti har'a galgala (Roobii) guutuu biyyattii keessatti ji'a Shawaal barbaaduun yoo gaggeeffamaa turee iyyuu, ji'ichi hin argamne.
Haaluma kanaan:
Kamisa borii, guyyaa 30ffaa baatii Ramadaanaa ta'ee kan soomamu yoo ta'u, ayyaanni guddaan Iid al-Fixrii guyyaa borii booda, Jimaata, Bitootessa 11, bara 2018 (March 20, 2026) akka β¦
β€30π₯°3π2π₯1
26 Feb 2026, 01:42 UTCβ6,970 views50 reactionsread 3 September 2026 Photo
#Oduu_Ammee
Filannoo biyyaalessaa Caamsaa 24, bara 2018 (A.L.I) gaggeeffamu irratti barattoonni akka filachuu dandaβan, barnoonni filannoo dura kennamu xumuramee barattoonni gara iddoo jireenyaa isaaniitti akka deebiβan yaadamee ture. Haataβu malee, adeemsi kun kenniinsa barnootaa fi qulqullummaa barnootaa irratti, akkasumas qophii qormaataa fi milkaaβina barattootaa irratti dhibbaa waan qabuuf, barattoonni guyyoota β¦
β€30π€¬13π»3π3π’1
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @GADAA_BARNOOTAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.