7 Aug 2026, 02:42 UTC33 views6 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @hopepromotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
❤4😍2
4 Aug 2026, 02:31 UTC142 views7 reactionsread 7 August 2026 50 Books That Shape a Stronger Mindset in 2026 📚💲
1. Atomic Habits — James Clear
2. Mindset — Carol S. Dweck
3. Deep Work — Cal Newport
4. The Power of Now — Eckhart Tolle
5. Can’t Hurt Me — David Goggins
6. Meditations — Marcus Aurelius
7. The Subtle Art of Not Giving a F*ck — Mark Manson
8. The Four Agreements — Don Miguel Ruiz
9. Man’s Search for Meaning — Viktor Frankl
10. The Mountain Is You — Brianna Wiest
11.…
👍4❤1🥰1😘1
3 Aug 2026, 16:40 UTC147 views7 reactionsread 7 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
❤4👍1🥰1😍1
3 Aug 2026, 02:31 UTC151 views7 reactionsread 7 August 2026 🧨 The “One Thing” That Made It Sell
Here's the exact shift that changed everything.
1️⃣ We tried everything — and nothing worked.
We changed headlines.
We played with colors.
We rewrote the copy 17 times.
Still… no traction. No conversions.
2️⃣ Then we changed one thing — the angle.
We stopped describing the product.
And started describing the result.
Not this:
“Premium handmade leather notebook with 120 GSM pap…
❤3👍2🥰1😘1
2 Aug 2026, 15:27 UTC176 views10 reactionsread 7 August 2026 Simbirroo fi Qonnaan bulaa tokko
🔴 Yeroo tokko simbirroon bareedduun, baallee hedduu qabdu tokko bosona keessa jiraachaa turte. Guyyaa tokko qonnaan bulaan tokko sanduuqa guutuu midhaan baatee yeroo darbu isheen isa argite.
✍️ Qonnaan bulaan sun midhaan isaa baallee simbiraan wajjin wal jijjiiruuf gara gabaa deemaa akka jiru yeroo itti himu, simbirtuun sun baay’ee gammaddde.
➡️“Midhaan argachuuf dadhabuu fi dhama’…
❤7😘3
1 Aug 2026, 15:27 UTC213 views14 reactionsread 7 August 2026 ✅Dubbiilee GaggaariiGuyyaa Guyyaadhaan ofirratti Dubbachuu Qabdu✍️
1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha
15. Ani tattaaffii go…
🥰8😍3👍2😘1
31 Jul 2026, 15:21 UTC250 views15 reactionsread 7 August 2026 Photo
Jeedalli fi Shamallaan hiriyyootta turan. Gaafa tokko Jeedalli Shamallaa laaqanaaf mana isaatti affaare. Nyaatichaas saahina bal'aa irratti dhiyeesse. Jeedalli arraba isaatiin salphaatti akkuuma liqimsu, Shamallaan garuu waan sunsunyee (qaanqee) dheeraa qabuuf nyaata sana bira gahuu dadhabe. Jeedallis Shamallaatti koflaa fi irratti taphachaa nyaaticha kophaa isaa fixate.
Guyyaa muraasa booda, Shamallaan Jeedala laa…
❤8👍3🥰2😍1😘1
31 Jul 2026, 02:38 UTC242 views11 reactionsread 7 August 2026 Photo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More
👉 See More
See More
❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More
😍6😘3❤2
25 Jul 2026, 02:43 UTC393 views12 reactionsread 7 August 2026 Photo
Irraa Baradhaa!👆
🔴Guyyaa tokko Jeedalaa fi waraabessi utuu waliin deemaa jiranii dirree irratti sangaa guddaa du'e tokko argan.
Waraabessichi akkuma amala isaa kajeellaa garmaleetiin, hunduma isaa anuma qofatu nyaata jechuun sassataan isa qabe. Jeedalli garuu dhimmicha ogummaa fi obsaan ilaaluu feete.
✍️ Waraabessichi jeedalittiidhaan, Sangaan kun kan koo qofa! Ati xiqqoodha, Nyaachuu hin dandeessu! jedheen.
➡️Je…
❤5👍3🥰3😁1
24 Jul 2026, 15:46 UTC320 views10 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍5🥰3😍2
23 Jul 2026, 15:46 UTC395 views11 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤6👍2🥰2😘1
22 Jul 2026, 19:28 UTC444 views11 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hin Baqatin!
✍️ Guyyaa tokko mismaaratu gaaffii tokko madooshaa gaafate. "Ati garaa jabina akkamiitu sirraa mul'ata? Maaliif yeroo hundumaa mataa koo keessa na dhoofta? Anaanis, sanyii koo hundumaas mataa keessa nu dhoofta; garaa laafummaan guyyaa tokkoof maaliif sirraa hin mul'atu?" Jedhe.
🔴Madooshaanis gaaffii kana ajaahibsiifatee takka itti yaadee deebii kenneefii "Maaliif gaaffii gowwaa na gaafatta? Ati mismaara…
😍6👍2🥰2😘1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Gorsaa_Ganamaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.