Chaayinaa keessatti maatiin ijoollee isaanii qayyabachiisan dhukkuba onneetiin rakkachaa akka jiran himame. Chaayinaatti Abbaan mucaa isaa herrega qayyabachiisaa ture if wallaalee kufuun hospitaala geeffame! Ijoollee qaroo fi barnootatti akka jabaatan gochuun fedhii warraati, kana galmaan ga’uufis hordoffii guyyaa guyyaa ni godhu. Isaan keessaa tokko hojii manaa hordofuu, waan hin galleef ibsuu fi qormaataaf qophe…

Channel
KAAYYOO SABA GUDDAA
@Kaayyoo_Saba_Guddaa
On this record: Growth · Engagement · What this channel posts · Posts · Citations · Handles named that no longer answer · Cite this entry
4subscribers
+0 since we began measuring on 7 August 2026
Risers and fallers across the register · movement among entries of Under 1,000.
Register entry
| Telegram ID | -1002453444675 |
|---|---|
| Type | Channel |
| Username | @Kaayyoo_Saba_Guddaa |
| Created | Between 1 September 2024 and 20 December 2024 — estimated from Telegram’s id allocation, not measured. How this range is calculated. |
| First recorded | 13 August 2026 |
| Last confirmed live | 18 September 2026 |
| Measurements held | 2 |
| On Telegram | t.me/Kaayyoo_Saba_Guddaa |
Growth
| Measured (UTC) | Subscribers | Change |
|---|---|---|
| 13 Aug 2026, 07:32 | 4 | no change |
| 7 Aug 2026, 14:03 | 4 | first reading |
Engagement
19 posts held, back to 20 December 2024 — the reader has not yet reached the start of this channel’s public history, so older posts may sit further back, unread. Read across 1 page of Telegram’s post history, 20 posts per page.
Nothing published in the last 30 days. ERR and ER are rolling 30-day measures, so there is nothing to compute — we hold 19 posts for this entry, the most recent from 20 December 2024. An engagement rate over an empty window would be a number about nothing.
What this channel posts
- Photos
- 42
- Videos
- 2
Lifetime counters from Telegram’s own channel header, read 13 August 2026 — not the date at the top of this page, which is when the subscriber count was last read. Below Telegram’s rounding threshold, so these counts are exact.
- Video runtime
- 1m 05s
- Average length
- 33s
Measured directly from 2 videos with a duration reading, out of the posts we hold for this channel — not this channel’s whole posting history, only the sample this register has actually read. An exact reading to the second, taken from the post itself rather than from Telegram’s own rounded chrome, so it carries no ≈ mark.
Recent posts
#Itoophiyaan Mana Maree Nageenyaa #Gamtaa_Afrikaatti teessoo argachuuf deeggarsa gaafatte Itoophiyaan bara 2025-2027’tti Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaa keessatti teessoon argachuuf sochii eegaluu Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootewoos (PhD) dubbatan. Geediyoon fedhii biyyattii kana kan ibsan marii ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa garagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhatan waliin guyyaa kale…
IGAD Naannawichatti Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Dhaabbilee Amantaalee waliin tumsaan kan hojjetu ta’uu ibse Naannawichatti Nageenya Waaraa Mirkaneessuuf Dhaabbilee Amantaalee waliin tumsaan kan hojjetu ta’uu Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) beeksise. Barreessaa Olaanaan Dhaabbatichaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon, Abbootii Amantaalee,Hayyootaa fi Ogeeyyii Miidiyaa Biyyoota Miseensa IGAD waliin mar…
Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaaf lolaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu ibsame Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaa tumsuun Yuukreen waraanaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu Ameerikaan beeksifte. Raashiyaan bulchiinsa Kursik to’achuuf Loltootaa Kooriyaa Kaabaa bobbaasuu Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zalaniksiin tibbana ibsanii turan. Loltoonni kunneen naannawichatti miidhaa olaanaa …
Weerara "Dhukkuba Sirbisiisaa ajaa'ibaa" kan addatti dubartoota haleelu. Yugaandaatti "weerarri nama rifachiisu" kan ka'umsi isaa hin beekamneefi dubartoota qofa akka miidhu tamsa’e.. Weerarri lammiileen Yugaandaa ''Vaayirasii Diingaa Diingaa ' ykn “Vaayirasii Shubbisiisaa” jechuun moggaasan kun hanga ammaatti dubartoota 300 miidhuu ogeeyyiin fayyaa himaniiru. Weerarri kun naannoo Bundibugyoo, jedhamutti kan eegal…
Photo, posted without a caption
Shakkamaan daa’ima ganna 11 ugguruun birrii miiliyoona 4 gaafate to’atame Shakkamaan Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Insaaroo Magaalaa Lammiirraa daa’ima ganna 11 ugguree Magaalaa Shaggar fiduun Birri Miiliyoona afur(4) gaafate to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera. Shakkamaan Abarraa Alaayyuu Charinnat jedhamu Magaalaa Shaggar kan jiraatu yoo ta’u, bakka jiraatu Magaalaa Shaggar irraa ka’uun obbolee…
Finfinneetti eeyyama daldalaa haaromsuun Mudde 30 bara 2017tti xumurama Daldaltoonni hanga ammaatti eeyyama daldalaa hinhaaresine hanga Mudde 30 bara 2017tti qofa haaressuu akka danda'an Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoggantuun biirichaa Aadde Habiibaa Siraaj ibsa har'a miidiyaaleef kennaniin akka jedhanitti, tajaajila onlaayinii Adoolessarraa eegalee kennamaa jiruun daldaltoonni kuma 47 ol eeyyama …
Masriin dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee Tiraampiif dhiyeessuuf himata qopheessite Masriin aanga’oota Sudaan waliin ta’uun dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee akka haaraatti himata Tiraampiif dhiyeessuuf qophaa’uun gabaafame. Ministeerri jallisii #Masrii rakkoo waggoota afran darbe biyyattii mudateefi baasii maallaqaa bishaan ashaboorraa qulqulleessuuf baafte qindeessuun himata haaraa banuuf qophaa’uu maddee…
Naannoo Amaaraatti hiriirri ummataa gaggeeffamaa jira Naannoo Amaaraa Magaalaa Dasee fi Kombolchaatti hiriirri tarkaanfii olaantummaan seeraa fudhatamaa jiru cimee akka itti fufu gaafatu gaggeeffamaa jira. Jiraattoonni magaalota kanneenii duulli olaantummaa seeraa mirkaneessuu fudhatamaa jiru daraan cimuu akka qabu gaafataniiru. Hiriirtoonni kunneen dhaadannoowwan ‘naannoon keenya waraana osoo hin taane misoomaa …
Naannoo Amaaraatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa simatan Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Kalaalaatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa mootummaan taasise simataniiru. Humnoonni naannawicha socho’aa turan “Daandiin dogoggoraa itti seenne rakkoo ummata keenyaa waan hammeessee fi kan hinbaafne ta’uu hubachuun waamichaa nageenyaa mootummaa simanneerra” jedhan. Hidh…
Daballiin mindaa ji’a Onkololeessaatiif waadaa galame hanga ammaatti akka isaan hin qaqqabin hojjattoonni mootummaa himan Ji’a Onkololeessaatii kaasee sirreeffamni mindaa akka taasifamu mootummaan haa ifoomsu malee hanga ammaatti daballiin isaan qaqqabe akka hin jirree hojjattoonni mootummaa himan. Kanuma ilaalchisuudhaan hojjettonnii mootummaa sababa qaala'insa jireenyaatiin miidhamaa jiraachuus heeran. 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ …
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Kaayyoo_Saba_Guddaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.
Mentions
Names
Channels on the register whose handles appear in this channel's posts.
A mention is a weaker signal than a forward and is counted separately for that reason — naming a channel is not republishing it, and a handle in a post body is easy to place deliberately. The post counts beside each row below are distinct posts in which the handle appeared, from posts we have read on both sides — the “Named by N registered channels” figure above is a different count, of distinct NAMING CHANNELS rather than posts, and is not the sum of the rows under it.
Handles this channel named that no longer answer
- Dead references
- 1
- handles named in this channel’s posts, vacant today
- Evidenced gone
- 0
- we ourselves saw one of these resolve, at some point
- Never seen alive
- 1
- vacant every time we have ever looked
@Kaayyoo_Saba_Guddaa named 1 handle that resolve to nothing today. That is a fact about the reference, not necessarily a fact about the handle’s history — see the two groups below.
Most of these may never have existed as a live channel at all. A handle a channel names can be a typo, an aspirational name nobody registered, or a channel that was already gone before this one ever mentioned it. Unless a row below is marked evidenced, all we know is that it references a handle that is not a live channel today — not that anything “died”. How this is measured.
Never seen alive
References a handle that is not a live channel — we have no record it ever was one.
named in 1 post, 15 August 2026 – 15 August 2026
Cite this entry
A live page changes as we take new readings, so a citation should name the measurement it is based on, not just the URL. The line below cites the subscriber count as measured 13 August 2026 — this entry's latest reading, not the date you are reading this.
“KAAYYOO SABA GUDDAA” (@Kaayyoo_Saba_Guddaa), 4 subscribers as measured 13 August 2026. Telegram Register, tgregister.com/channel/Kaayyoo_Saba_Guddaa.
Full measurement history, CC BY 4.0. Every reading this register holds for this entry, not just the latest one, as a dated, downloadable record: CSV · JSON. Free to use with attribution to tgregister.com. Each file carries its own generation timestamp, which is the figure to cite for exactly when the data was retrieved.