3 Aug 2026, 15:58 UTC292 views5 reactionsread 8 August 2026 #Tarkaanfiiwwan_Shan_fayyaa_sammuu eeggachuuf:
✅1.Nagaa kee eegadhu!
Namoota, haalotaa fi yaadota sammuu si dhiphisan irraa fagaadhu.Yeroo barbaachise immoo 'lakki' jechuu hin saalfatin.
●Odeeffannoo biroof:
https://www.facebook.com/share/r/1ETDbjojoZ/
✅2.Qaama kee sochoosi!
Sochii qaamaa (yoo xiqqaate deemsa miilaa ) gochuun sammuun akka tasgabbaa'uu fi dhiphina hir’isuuf ni gargaara.
✅3.Waan si rakkisu dubbadhu!…
👍5
31 Jul 2026, 06:26 UTC491 views5 reactionsread 8 August 2026 #Dhugaatii_Alkoolii_Fi_Fayyaa_Sammuu
Alkoolii fi fayyaan sammuu walitti hidhata guddaa qaba.Garmalee dhuguun fayyaa sammuu keenya irratti dhiibbaa uumuu danda’a.Namoonni tokko tokko immoo yeroof mallattoo dhukkuba sammuu irraa dandamachuuf yeroo alkoolii dhugan ni agarra.Garuu garmalee dhuguus ta'ee yeroof mallattoo dhibee Sammuu irraa dandamachuuf alkoolii fayyadamuun gaarii miti.
#Namootni_Maaliif_Alkoolii_dhugu?…
❤2🙏2👏1
Mental Health Media pinned «Gaa'ela jechuun maali? ✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓ Ati Gaa'ela yeroo jedhamu yaada kee keessatti maaltu sitti dhufa? Jecha kanaaf hiika dhuunfaa kee yoo kennitu maal jetta? ●Odeeffannoo biroo argachuuf: @MentalHealthMedia1 ----------------------- Marsariitiin dhimma gaa'elaa…»
25 Jul 2026, 16:09 UTC662 views7 reactionsread 8 August 2026 Gaa'ela jechuun maali?
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓
Ati Gaa'ela yeroo jedhamu yaada kee keessatti maaltu sitti dhufa? Jecha kanaaf hiika dhuunfaa kee yoo kennitu maal jetta?
●Odeeffannoo biroo argachuuf:
@MentalHealthMedia1
-----------------------
Marsariitiin dhimma gaa'elaa irratti yaada gadi fageenya dhiyeessuun beekamu tokko hiika gaa'elaa yeroo cuunfu akkas jedha:
~Gaa'ela jechuun walitti dhufeenya namoota adda addaa lamaati.…
❤5👍2
22 Jul 2026, 17:10 UTC787 views6 reactionsread 8 August 2026 #Yaadachiisa!
Maloota ijoo #3 Dhiphina Sammuu hir'isuuf nu gargaaran:
✓Guutuu isaa dhaggeeffachuuf👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/r/19Pzs5Q2kK/
Galatooma!
🙏6
30 Jun 2026, 15:18 UTC≈1,260 views18 reactionsread 8 August 2026 #Yaada_ofii_irratti_Yaaduu
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓
Yaada kee irratti yaaddee beekta?
Fkn-Ganama yeroo hirriiba kaatu,yaadni "guyyaan har'aa sirrii miti" 🎤jedhu sammuuti si dhufuu danda'a⁉️Yaada kana akkamitti keessummeessita?
Sammuun keenya dandeettii yaada isaa ofiin sakatta'uu,too'achuu fi madaaluu qaba!
✅️Yaada kee irratti gaafa yaaddu:
✔️1.Of baruuf carraa argatta
✔️2.Ilaalcha dogoggoraa sirreessita
✔️3.Murtii sirrii fi m…
❤12👍6
Mental Health Media pinned a photo
26 Jun 2026, 17:40 UTC≈1,480 views16 reactionsread 8 August 2026 Photo
#Sammuu fi #Yaada
-------------------
Sammuun keenya lafa qubannaa yaada keenyaati; yaadni nuti har'a sammuu keenya irra qubachiisnu jireenya keenya boruuf firii ta'a!kanaaf yaada har'a iddoo kennineefi sammuu keenya irra qubachiisnu,har'uma xiyyeeffannoon ilaaluu fi gulaaluu qabna!
👇👇👇👇👇
@MentalHealthMedia1
👆👆👆👆👆
Galatooma!
👍9❤4🙏3
Mental Health Media pinned «#Xiyyeeffannoo! Fayyaa sammuu jechuun dhibee sammuu irraa bilisa ta’uu qofa miti: • Haala nuyi itti yaadnu, haala itti waa hubannuu, fi haala gocha itti raawwannu, • Dandeettii nuyi dhiphina jireenyaa keessatti nu mudatu dandamachuuf qabnu, • Hariiroo nuyi…»
27 Apr 2026, 11:43 UTC≈1,790 views19 reactionsread 8 August 2026 #Xiyyeeffannoo!
Fayyaa sammuu jechuun dhibee sammuu irraa bilisa ta’uu qofa miti:
• Haala nuyi itti yaadnu, haala itti waa hubannuu, fi haala gocha itti raawwannu,
• Dandeettii nuyi dhiphina jireenyaa keessatti nu mudatu dandamachuuf
qabnu,
• Hariiroo nuyi namoota biroo waliin qabnu fi murtoo nuyi jireenya keessatti murteessinu hunda of keessatti qabata!
◇Kanaafuu sammuu keenyaaf xiyyeeffannoo addaa haa Kenninu!
👇…
👍12🙏7
24 Apr 2026, 12:00 UTC≈1,730 views20 reactionsread 8 August 2026 #Hubannoof:
Sammuu keenya kunuunsuun, jireenya keenya hunda kunuunsuudha.Of-eeggannoon nuti sammuu keenyaaf goonu bu'aa nuti jireenya guyyaa guyyaa keessatti argannu irratti kallattiin mul'ata.
Galatooma!🙏🙏
🙏13❤7
23 Apr 2026, 17:46 UTC≈1,580 views10 reactionsread 8 August 2026 #Kadhannaa Fi #dhiphina_Sammuu
✓✓✓✓✓✓✓✓✓
Kadhannaa gochuun dhiphina sammuu hir'isuu keessatti gahee guddaa qaba.Mee haala armaan gadiin haa ilaallu:
1.Tasgabbii Keessoo Uumuu!
Kadhannaan yeroo baay'ee bakka sagaleen hin jirreefi iddoo qulqulluutti waan raawwatamuuf, sammuun akka boqotuufi yaadota dhiphina uuman irraa akka fagaannu ni gargaara.Kunis akkuma gocha "Meditation" sammuun gara bakkasagalee tokkootti akka…
❤9🙏1
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @MentalHealthMedia1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.