6 Nov 2025, 06:15 UTC≈10,200 viewsread 29 September 2026 315: Salaata gabaabsuu fi karaan itti gabaabsan akkami?
Gaafii: Salaata gabaabsuun kun akkamii, karaan itti gabaabsanillee akkami?
Deebisaa: Salaanni gabaabsani salaatuma sadi qofa. Salaata zuhrii, Asriifii salaata ishaa’iiti. Magriibaaf subhiin hin gabaabsamu. Karaan itti gabaabsanis nama tokko maqaan musaafirummaa yoo isa qabatte gabaabsuu danda’a. Ulamaa irraa warra kilomeetira 25 jedhetu jira, kilomeetira 25 m…
Signed 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗶 𝗱𝗵𝗶𝗯𝗲𝗲𝗳 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲?
6 Nov 2025, 06:15 UTC≈7,830 viewsread 29 September 2026 314: Fira dhihoo malee, intalti Hajjii godhuun akkam
Gaafii: Intalti takka ka mahrama malee hajjii ka deemtu taate akkam hajjiin isii?
Deebisaa: Hajjiin isii ni ta’aa, garuu diliin galti. Mahrama dhabuun Hajjii irraa hin balleessu. Garuu sharxiin nama dhiiraa dandeettii fi horii qabaachuu, karaan nagaya ta’uudha. Ka dubartii hajjii isii nagaya ta’uuf, sharxiin sadeen dhiiraa kanaa fi maahrama qabaachuu waliin afuri…
Signed 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝘀𝗶 𝗱𝗵𝗶𝗯𝗲𝗲𝗳 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲?
28 Oct 2025, 05:26 UTC≈8,970 viewsread 29 September 2026 313: Imaamni taa’ee namaan salaatuun akkam
Gaafii: Imaamni tokko ka dhukkubsate namaan taa’ee salaatuu danda’aahii?
Deebisaa: Yoo imaamni isa gahu hin jirre, Ee taa’ee salaatuu ni danda’a. Yoo imaama guddaa ta’ee ka isa malee namaan hin salaanne ta’e, taa’ee namaan salaatuu ni danda’a rakkoon hin jiru.
✅Sheikh Alii Jimmaa🎵
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
28 Oct 2025, 05:25 UTC≈7,840 viewsread 29 September 2026 312: Du’aa’ii booda harkaan qaama haxaawatuun akkam
Gaafii: Namni tokko yoo du’aa’ii kadhatu harka ol fuudhee du’aa’ii kadhatee yoo fixatullee ufitti tuttufee mataa haga miilaa haxaawataa akkam wanni sun?
Deebisaa: Shari’aa keessa hin jirtu. Rabbii ufii yeroo maraahuu Harka olfuudhanii kadhachuun ni jirti. Garuu itti tuttufanii fuulaaf qaamaan haxaawachuun, yoo du’aa’ii aayata godhataa jiraatte malee. Du’aa’ii aaya…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
24 Oct 2025, 08:54 UTC≈7,640 viewsread 29 September 2026 311: Rukuu’arraa yeroo ka’an harka eessa kaayan
Gaafii: Namni tokko yoo rukua’rraa ol jedhu jiru hin beeyne maqaa isaatiin sadaqadhu.
Yoo harka isaa eeysa kaahuu qaba?
Deebisaa: Gaafii kana kilaafatu keessa jira. Sheeka keenya gurguddaa lamaan ibnu Baazii fii sheikh Albaanii isaan lamaan jidduu kilaafatu jira. Namni yoo ruku’a irraa oldeebi’u harka bakkuma duraan turtetti haa deebisan, riwaayaa jettutu jira. Riwaay…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
24 Oct 2025, 08:53 UTC≈6,510 viewsread 29 September 2026 310: Qabeenya namaa akkam godhan
Gaafii: Nama tokkotu na zallamee jennaan anilleen isa zallamee garuu xiqqoo bira dabarsee. Fakkeenyaaf horii isaa fudhadhee horiin isaa natti dabre. Inni na zallamee horii kiyya fudhatee, anillee horii irraa cabsadhee horiin isaa natti dabartee jennaan eegasii sheenawee. Duuba namni tokko yoo waan akkasii godhe kafaluufii nama san waan walitti dhufnu hin sehuu biyyallee hin jiruu akk…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
24 Oct 2025, 08:53 UTC≈5,810 viewsread 29 September 2026 309: Waan of dura dhufu beekuun shirkitti laakkawamaa?
Gaafii: Yoo keeyrii takka argachuuf keeyriin wayii natti dhihaatte, faraja wayii Rabbi naaf fiduuf deemu ni gammadaa, yoo wanni hamtuun na mudachuuf deemtullee rifaatutu natti dhufaa dura bu’ee. kun shirkitti lakkaayamaa?
Deebisaa: Kuni shirkii miti. Fahamii Rabbiin mu’minaaf kenne jedhan. Waan Rabbiin qalbii mu’minaa keessa buusee, mu’minni ufiin fahamu jechu.…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
20 Oct 2025, 03:53 UTC≈7,100 viewsread 29 September 2026 308: Namni Zinaan dhalate, dilaawaadhaa?
Gaafii: Gurbaan zinaan dhalate yoo nama gaarii ta’ellee maasiyaafi diliin abbootiin isaa dalagan sun isa ni dhaqqabdii?
Deebisaa: Rabbiin guddaan Hin dhaqabduu jedha. Dilii nama tokkoo, tokko wanni baachifnuuf hin jiruu jedha Rabbiin guddaan. Yoo abbaan kuun sababaa itti ta’e malee. Diliin gurbaa zinaan dhalatee dilii haadhaatiif dilii abbaati malee gurbaan waan inni keessa…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
20 Oct 2025, 03:53 UTC≈6,690 viewsread 29 September 2026 307: Harama keessatti salaatuun sadarkaa akkamii qaba?
Gaafii: Harama keessatti salaatuufii masjidula Haramitti salaatuun hagam takka gargar jirtii?
Deebisaa: Irra guddaan ulamaa kuma dhibba namaa argamsiisa jedha. Garuu masjuudul haram, kaabaa, biratti salaatuun wanni inni caaluun ajrii jama’aan guddachuutiin. Kanaaf namni Rabbiin harama keessa isaan kaaye, salaanni haramaa isaan dabruun gaarii miti. Dunyaan feete…
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
20 Oct 2025, 03:52 UTC≈5,400 viewsread 29 September 2026 306: Zakaatal Fixrii namni biraa namarraa baasuun taatii
Gaafii: Nama tokko ka zakaatal fixrii ufirraa baasee hin jirre ka abbaan isiillee irraa baasee kafiilli isiillee irraa baase akkamii?
Deebisaa: Keyriidha dacha dachaa ta’uun humaa hin qabu. Garuu zakaatal fixrii namuma tokkotu namarraa baasa. yookaa kafiila haa ta’uu yookaa abbaa kankee ta’uu jechudha.
✅Sheikh Alii Jimmaa🎵
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
17 Oct 2025, 04:39 UTC≈5,520 viewsread 29 September 2026 303: Saffiin akkam ta’uu qaba -
Gaafii: Saffaan namaa yoo qajeeluu baate yoo ka walitti hin baxxanne akkamii?
Deebisaa: Baaba saffii keessatti Rasuulli Rabbii ﷺ dhaamsa jajjabduu dubbatanii jiran. Saffiin qajeeluun barbaachisa. Akka maleeykaatti saffii godhaa, aboo ani duyda duubaan isin argaa beekaa, namni saffii jallatellee salaanni isaa hin guutamu jechatu jira. Saffii guututu barbaachisaadha yoo imaama tokkoon …
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
17 Oct 2025, 04:39 UTC≈5,890 viewsread 29 September 2026 304: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
Gaafii: Namni tokko yoo ka muuziqaa dhageeffachuu hin dhiifne fiilmii laaluu hin dhiisne nama hamachuu hin dhiifne salaata salaatuun isaa maal faayidaa qabaa? Yoo salaataatuma irraa bahaatuma muziqaa dhageeffatan yoo fiilmii kama laalan ta’e akkami salaata isaanii ni balleessaahii?
Deebisaa: Salaanni isaanii yoo seera isaanii guuttatee jiraate salaata isaanii hin …
Signed 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Nuralhudaahukm. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.