17 Aug 2026, 09:49 UTC613 views1 reactionsread 17 August 2026 qoosaawwan gaggabaaboo π
1.Barsiisaa fi Barataa:
Barsiisaa: "Tulluu, 'ani nan nyaadha' yoo jenne 'Present Tense' (yeroo ammaa) dha. 'Ani nan nyaadhe' yoo jenne hoo maali?"
Tulluu: "Barsiisaa, sun 'Past Tense' osoo hin taane, Quufadha'jedhama!"
2. Namicha fi Hiriyaa isaa:
Namicha: "Maaloo hiriyaa ko, haati manaa koo guyyaa hunda maallaqa na gaafatti. Kaleessa birrii 500, harra ammoo birrii 1000 na gaafatte."
Hiriyaaβ¦
π1
7 Aug 2026, 06:20 UTCβ3,500 views8 reactionsread 17 August 2026 qoosaa gabaabaa π
Dhukkubsataa fi Doktora
Dhukkubsataa:"Doktor, rakkoo guddaa tokkon qaba. Hirriba keessa rafee utuu jiruu halkan guutuu 'kubbaa miilaa' taphadha. Ganama yoo ka'u baay'ee na dadhabsiisa."
Doktor: "Tole, rakkoo hin qabu. Dawaa kana har'a galgala irraa eegalii dhugi, hirriba gaarii siif kenna, kubbaas hin taphattu."
Dhukkubsataa:"Maaloo doktor, guyyaa tokko naaf tursiisuu dandeessaa?"
Doktor:"Maaliβ¦
π7π1
2 Aug 2026, 14:49 UTCβ4,530 views6 reactionsread 17 August 2026 qoosaa gabaabaa π
Barataa fi Barsiisaa
Barataa:"Barsiisaa, namni waan tokko osoo hin hojjetin hafeef ni adabamaa?"
Barsiisaa:"Lakki ilmakoo, gonkumaa hin adabamu. Maaliif na gaafatte?"
Barataa:"Baay'ee gaarii dha barsiisaa, 'Homework' (Hojii manaa) koo waan hin hojjenneefan si gaafadhe!"
Qoosawwan Dabalatafππ Join
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiisaa
π₯3π3
31 Jul 2026, 19:23 UTCβ4,560 views5 reactionsread 17 August 2026 Qoosaa Gaababaπ
Ilmaa fi Abbaa
Ilma: "Abbaa, addunyaa kana irratti maaltu hunda caalaa saffisa?"
Abbaa: "Yaada dha ilmakoo, daqiiqaa tokkotti bakka barbaadde si geessa."
Ilma: "Lakki abbaa, 'Data' bilbila kooti!"
Abbaa:"Maaliif akkas jetta?"
Ilma: "Hamma ani 'Mobile Data' ON godhu osoo hin ga'in, ergaan 'package-n kee dhumateera' jedhu dursa na ga'a!"
Qoosawwan Dabalataf ππ
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiβ¦
π4π1
27 Jul 2026, 06:45 UTCβ4,610 views2 reactionsread 17 August 2026 Qoosaa Gaababaπ
Barsiisaa: "Barataa, hiikni 'Oxygen' maali? Yoom argame?"
Barataa: "Bara 1774 keessa akka argame barreeffameera."
Barsiisaa: "Sirriidha. Egaa, namoonni sana dura turan akkamitti afuura baafachaa turan?"
Barataa:"Barsiisaa, hamma inni argamutti hundi isaanii afuura isaanii qabatanii eegaa turan!"
Qoosaa biraf π
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiisaa
@OduuBashannansiisaa
π2
26 Jul 2026, 05:41 UTCβ5,360 views5 reactionsread 17 August 2026 Qoosaa Gaababa π
Barsiisaa: "Barataa, 'Mootummaa' jechuun maal jechuudha?"
Barataa: "Mootummaa jechuun akkuma maatii keenyaati."
Barsiisaa:"Akkamitti?"
Barataa: "Abbaan koo 'Prezidaantii', haati koo 'Ministeera Maallaqaa', ani immoo 'Ummata' dha."
Barsiisaa: "Obbolessi kee inni xinnoon hoo?"
Barataa:"Inni immoo 'Dhaloota Gara Fuulduraati', sababni isaas ammayyuu Gara keessa jira!"
Qoosaawaan fi Oddeffanno Biraf ππβ¦
π5
25 Jul 2026, 10:31 UTCβ6,420 views3 reactionsread 17 August 2026 Oduuwwan Bashansisooπππ
π¦ Simbirroo Meesha Ajajje:
Simbirroon 'Parrot' jedhamtu tokko sagalee abbaa ishee fakkeessitee 'Alexa' irratti dubbachuun 'Pizza' fi meeshaalee adda addaa 'Online' irraa ajajje. Abbaan ishee yeroo 'delivery'n dhufe naasuun liqimsame!
π Dorgommii Hirribaa:
Ispeen keessatti dorgommii 'Siesta' (hirribaa) namoonni sa'aatii hojii gidduutti rafan itti dorgoman jira. Inni sagalee guddaa hirriqisuβ¦
π₯2β€1
Channel photo updated
Channel created
Showing the 9 most recent of 9 posts we hold for @OduuBashannansiisaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.