22 Jul 2026, 10:58 UTC≈2,580 views53 reactionsread 20 August 2026 Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
----------
BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.
Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.
#Qabxii_Qorma…
❤30👍16🤔4🥰2😁1
21 Jul 2026, 10:54 UTC≈2,840 views19 reactionsread 20 August 2026 #Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Fuula FB keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyy…
❤12👏5👍2
21 Jul 2026, 10:54 UTC≈2,170 viewsread 20 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
2 Jul 2026, 16:04 UTC≈3,760 views7 reactionsread 20 August 2026 File
File, posted without a caption
❤7
30 Jun 2026, 07:52 UTC≈3,220 views8 reactionsread 20 August 2026 Photo
🎁 Sign up today and get 1,000 tokens — worth $1 — instantly. Free.
Just for creating your account on aipigen, we drop 1,000 tokens straight into your balance. No deposit, no catch.
Two ways to put them to work right away:
🎨 Create — turn your tokens into stunning AI-generated images and grow your gallery.
📈 Stake — lock them in and earn 1–5% every single day, with the freedom to withdraw anytime in USDT / USDC.
Your …
❤7🥰1
29 Jun 2026, 22:54 UTC≈2,670 views10 reactionsread 20 August 2026 Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Guyyaa Boruu Eegala!
Qormaanni biyyoolessa kutaa 12ffaa bara 2018 guyyaa borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan (waraqaa irraan/oonlaayiniin) kennama.
Baay'ina Barattootaa: Waliigalaan barattoota 563,501 (Saayinsii Uumamaa: 306,456, Saayinsii Hawaasaa: 257,045).
Guyyoota Qormaata Waraqaa:
👉Saayinsii Uumamaa: Adoolessa 1–3
👉Saayinsii Hawaasaa: Adoolessa 6…
❤10
7 Jun 2026, 16:25 UTC≈3,690 views8 reactionsread 20 August 2026 BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ …
❤8
7 Jun 2026, 16:25 UTC≈2,660 views1 reactionsread 20 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
28 Feb 2026, 19:18 UTC≈5,380 views20 reactionsread 20 August 2026 Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Guyyaan Beekame.
---------
BBO- Guraandhala 21/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa naannichaa yeroo yeroon qormaata madaallii gahumsa ogummaa barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa mirkaneessu kennuun Heyyama Gahumsa Ogummaa kennaa turuun ni beekama.
Haaluma kanaan bara 2018 keessa qormaata marsaa bara…
❤18👍2
26 Feb 2026, 13:39 UTC≈4,540 views18 reactionsread 20 August 2026 Breaking :- Filannoo Biyyaalessaa fi Barattoota Yuunivarsiitii
Ministeerri Barnootaa xalayaa dhaabbilee barnoota olaanootiif ergeen waa'ee jiraachuu Barnootaa yeroo filannoo biyyaalessaa kana jedheera.
Caamsaa 24 bara 2018 kan gaggeeffamu Filannoo Biyyaalessaa irratti barattoonni filachuu akka danda'aaniif barnoonni kennamu filannoo dura akka xumuramu fi barattoonni gara maatii isaaniitti akka deeman hojimaanni yaa…
❤12👍4👎2
26 Feb 2026, 13:38 UTC≈3,010 viewsread 20 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
9 Feb 2026, 16:34 UTC≈4,540 views10 reactionsread 20 August 2026 Photo
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 guutummaatti karaa oonlaayiniin kennama – Ministeera Barnootaa
Bara kanatti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa Pirofeesar Biraanuu Naggaa ibseera.
Waggoottan lamaan darban qormaatichi waraqaafi karaa oonlaayinii kennamaa akka tureefi bara kana guutummaan guutuutti karaa oonlaayini…
❤10
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Oromian_Students. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.