21 Aug 2026, 11:08 UTC118 views4 reactionsread 15 September 2026 Hubachiisa: Namoota telegramii fayyadaman hundumaaf: Telegiraamii keessan password fayyadamaa. Password fayyadamtan lama taasisaa. jechuun two Verification fayyadamaa. itti aansuun Liinkii kamiyyuu haa ta`u haga madda isaa hin beeknetti hin xuqinaa ykn OK irratti hin jedhiinaa. yoo kana taasiftan nageenyi faayila fii telegiraamii keessanii isiniif eegama.
❤4
12 Jun 2026, 06:05 UTC≈5,190 views3 reactionsread 15 September 2026 Photo
#join #SarkameTech #WebDesign #OnlineBusiness #TechTips #DigitalMarketing #AI
https://t.me/SarkameTech
❤3
3 May 2026, 15:30 UTC462 views2 reactionsread 15 September 2026 https://pin.it/12U6EJMAJ
❤2
8 Mar 2026, 19:05 UTC602 views2 reactionsread 15 September 2026 Photo
🚀 Want to grow your online presence in 2026?
The digital world is evolving fast—and staying ahead requires the right strategies. From advanced SEO techniques to the latest innovations in AI, digital marketing, and technology, I share practical insights designed to help creators, entrepreneurs, and professionals succeed online.
As a Web Designer and Tech Enthusiast, my mission is simple:
👉 Help you build authority
👉…
❤2
16 Dec 2025, 10:07 UTC714 views8 reactionsread 15 September 2026 Kufaatii sodaachuu dhabuu.
Kufaatii sodaachun kun karaa addaa addaatin nu keessatti dhalachuu danda'a..
Fknf.. gaafa nuti daa'imaa yoo waan tokko hojjechuu dadhabne maatin keenya nuun lolu ykn nu garafu.
Mana barnootattis qormaata yoo kufne akkasuma.
Haalli kun kufaatii jabeessinee akka balaaleffannu nu godha.
Daa'imni tokko ol ka'ee deemuf kufaatii hedduu hangana hin je'amne booda dhaabbata akkasumas kufaatii he…
❤8
15 Dec 2025, 18:40 UTC551 views3 reactionsread 15 September 2026 Photo
🚨OF EEGGANNOO GODHAA ! 🚑
Account telegram nama hedduu hack tahaa jira !
❌Link photo irratti argitan akkasii kana hin xuqiinaa !
❌Tuqtanii keessa seentanii jennaan battalumatti account telegram keessanii ni dhabdu yookiin account telegram keessanii nama biraa harka gala jechuudha hack taatu ‼️
📇Yeroo ammaa kana group hedduu irratti maxxansaa waan jiraniif baayyee babal'achaa jira waanti kun
So kanaaf of eeggadhaa…
❤3
26 Oct 2025, 23:31 UTC397 views7 reactionsread 15 September 2026 Forwarded from @Sarkame_AcademyFile
بسم الله الرحمن الرحيم.
الحمد لله ربِّ العالمين، والصلاة والسلام على أشرف الأنبياء والمرسلين، أمّا بعد:
فقد قمتُ – بفضل الله تعالى – بإنشاء هذا التطبيق المسمّى "Sarkame Academy"، ويحتوي على عددٍ من الدروس الصوتية باللغة الصومالية والأورومية، وعلى كُتُبٍ نافعةٍ متنوّعة.
ويعمل التطبيق حاليًّا عبر الإنترنت فقط، إذ يمكن للمستخدمين الاستماع إلى جميع الدروس والموادّ من خلال الاتصال بالشبكة.
وقد أعددتُ هذا الإصدار على سبي…
❤7
23 Oct 2025, 19:54 UTC423 viewsread 15 September 2026 Forwarded from @Walaloo_IslaamaaPhoto
اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ، وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، وَبَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ، وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، فِي الْعَالَمِينَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ
26 Jun 2025, 10:28 UTC≈1,020 viewsread 15 September 2026 Photo
https://www.sarkame.online/
6 May 2025, 05:27 UTC≈1,190 views0 reactionsread 15 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
1 Jan 2025, 06:28 UTC≈1,400 views10 reactionsread 15 September 2026 Photo
Hanga ammaatti appiin mobile bank kan cbe birr data internet bakkuma dur jira, tanaafuu akka itti fayyadamtan tajaajila isaa...
👍5❤4😢1
24 Dec 2024, 05:37 UTC≈1,270 views8 reactionsread 15 September 2026 https://youtu.be/0qp9DAfBBP8?si=FncG-D_6NsjuV1kJ
👍5❤3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @SarkameTech. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.