6 Aug 2026, 15:17 UTC111 views2 reactionsread 22 August 2026 Photo
π΅ Torban tokko keessatti hanga Doolaara 20 yokkiin qarshii 3750 argachuu ni dandeessa!
Namoonni hedduun appii taphaa irratti yeroo isaanii sirnaan fayyadamuun badhaasa isaanii walitti qabuu jiru. Yoo guyyaa guyyaan yeroo muraasa kennitee hojiiwwan barbaachisan xumurtee taphatte, torban tokko keessatti hanga US$20 argachuun ni danda'ama.
β οΈ Haa ta'u malee, galiin nama hundaaf wal fakkaataa miti. Bu'aan kee yeroo ati tβ¦
β1π1
Signed Oro tech
πΏπππππππ pinned a file
3 Jun 2026, 08:24 UTC514 views3 reactionsread 22 August 2026 Photo
π Dhiheenya kana keessatti jiβa saddii illee osoo hin guutin karaa TikTok followers kuma 85 (85K) ol gahuun dandaβameera! π
Isinis jechuun ni dandeessu! πͺ
Ani application fi website bilisaan video generate gochuu dandaβan isiniif qopheessa. Akkasumas mala hojii fi tarsiimoo guddina account keessanii irratti isin gargaara.
π₯ Yoo fedhii qabdan, reaction irratti roobsaa jechuun like, comment fi share gochuun fedhii keesβ¦
π₯2β€1
Signed Oro tech
15 Apr 2026, 07:06 UTC734 views1 reactionsread 22 August 2026 A journey of a thousand miles begins with one step.
β Imalli dheeraan tarkaanfii tokko irraa jalqaba
If you want to go fast, go alone; if you want to go far, go together.
β Saffisaan deemuu yoo barbaadde kophaa deem; fagoo deemuu yoo barbaadde waliin deem
Strength comes from struggle. β Jabinni rakkoo irraa dhufa
Not everything deserves your attention. β Wanti hundi xiyyeeffannoo hin malle
Focus shapes destiny. β Xiyβ¦
π1
Signed Oro tech
15 Apr 2026, 07:05 UTC690 viewsread 22 August 2026 Problem solving & daily situations
Solve β Furuu
Fix β Sirreessuu
Break β Cabsuu
Repair β Suphuu
Improve β Fooyyessuu
Manage β Toβachuu
Plan β Karoorsuu
Decide β Murteessuu
Try β Yaaluu
Succeed β Milkaaβuu
Signed Oro tech
Channel name was changed to Β«πΏπππππππΒ»
7 Feb 2026, 14:09 UTCβ1,090 views6 reactionsread 22 August 2026 not sure β hin mirkanoofne
sounds good β gaarii fakkaata
thatβs right β sirriidha
thatβs okay β tole
no need β hin barbaachisu
why not β maaliif hin taane
try later β boodarra yaali
ask later β boodarra gaafadhu
talk later β boodarra dubbanna
see later β boodarra wal argina
maybe later β tarii boodarra
not sure β hin mirkanoofne
π6
Signed Oro tech
3 Feb 2026, 17:53 UTCβ1,070 views6 reactionsread 22 August 2026 ideology β yaada siyaasaa
sovereignty β abbaa biyyummaa
independence β bilisummaa
human rights β mirga namoomaa
freedom of speech β bilisummaa dubbii
protest β mormii
revolution β warraaqsa
decentralization β aangoo qoodinsa
federalism β federaalizimii
union β waldaa
coalition β tumsa paartii
nationalism β yaada sabummaa
citizenship β lammummaa
refugee β baqataa
asylum β eegumsa baqattootaa
migration β godaansa
bordeβ¦
β€6
Signed Oro tech
10 Jan 2026, 05:06 UTC683 views1 reactionsread 22 August 2026 Photo
#Akkamitti Phishing Irraa Of Ittisuu Dandeenya.
Teessoon ergaa tokko fi wantoonni foormicha irratti guutaman shakkii yoo qabaatan, tasgabbii madda isaa dursanii qorachuu, Karaaleen phishing ittisuu dandeenyu keessaa.
βGonkumaa linkii ykn attachment hin beekamne irratti hin cuqaasin
βErgaa sobaa unsubscribe gochuu irraa of eeggadhaa
βErgaa qamoolee amanamoo irraa isin qaqqaban qofaaf deebii kennaa.
βJechoota darbβ¦
β€1
Signed Oro tech
2 Jan 2026, 18:41 UTC609 views4 reactionsread 22 August 2026 Dear our tiktok family here πππ is our today lesson from tiktok
1,Always β Yeroo hunda
2,Usually β Yeroo baayΚΌee
3,Sometimes β Yeroo tokko tokko
4,Never β Gonkumaa
5,Already β Duraanuma
6,Again β Ammas
7,Soon β Dhiheenyatti
8,Finally β Dhuma irratti
9,Maybe β Tarii
10,Really β Dhugumaan
β€4
Signed Oro tech
9 Dec 2025, 15:45 UTC747 views3 reactionsread 22 August 2026 https://vt.tiktok.com/ZSPLoJWLG/
β€3
Signed Oro tech
29 Nov 2025, 10:12 UTC942 views12 reactionsread 22 August 2026 File
File, posted without a caption
π12
Signed Oro tech
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @Techomia1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.