31 Jul 2026, 19:29 UTC25 views3 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @biiroo_barnoota_oromiyaa0Photo
Oromiyaatti qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoome.
**
Keebor Media Jul 31-2026
***
Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata naannoo xumura barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoomeera.
***
Qabxiin darbiinsaas 50% fi isaa ol ta'uun murtaa'eera.
Barattoota qormaaticha fudhatan dhiira kuma 200 fi kuma 67 fi 307 akkasumas dubaraa kuma 200 fi kuma 49 fi 902 keessaa qabxii darbiinsaa (50% fi ol) galmeessβ¦
β€3
28 Jul 2026, 12:39 UTC37 views1 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @digital_oromia
Social Media Marketing
~~~~
Irra hedduun keenya miidiyaalee hawaasaa guyyaa guyyaan fayyadamnu, dhimmoota faayidaa hin qabne qofaaf fayyadamna. Keessattuu biyya keenya keessatti miidiyaalee hawaasaa dhimmoota daldalaatiif (Business) fayyadamuun baay'ee kan baratamee miti. Gariin keenya odeeffannoo argachuuf, gariin ammoo itti bashannananuuf, gariin akkanumaan yeroon dabarsuuf, muraasni ammoo dhimma Business tiif faβ¦
π1
25 Jul 2026, 03:28 UTC370 views2 reactionsread 8 August 2026 Kabajamtoota hordoftoota keenya namoonni barnoota #technology, #Ai, #Artificial #intelligence, #mobile ,akkasuma itti fayyadama teknolojii barachuu yoo feetan subscribe share gochuun channel YouTube Nexifytech kana hordofaa.πππππππππππ
http://youtube.com/@NexifytechM
http://youtube.com/@NexifytechM
β€1π1
23 Jul 2026, 12:46 UTC140 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Bu'aa Qormaata Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa barattoota Kuma 61 Ta'antu Kufan!
Biiroon Barnootaa Oromiyaa bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannichaa ilaalchisee odeeffannoo dabalataa ifoomseera. Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Bultoosaa Hirkoo akka beeksiisanitti, bu'aan qormaataa kan gadhiifame yoo ta'u, waliigala barattoota qormaaticha fudhatan keessaa dhibbeentaan 86 darbaniiru. Akka Biiβ¦
β€2
21 Jul 2026, 21:27 UTC51 views1 reactionsread 8 August 2026 Kabajamtoota hordoftoota keenya namoonni barnoota #technology, #Ai, #Artificial #intelligence, #mobile ,akkasuma itti fayyadama teknolojii barachuu yoo feetan subscribe share gochuun channel YouTube Nexifytech kana hordofaa.πππππππππππ
http://youtube.com/@NexifytechM
http://youtube.com/@NexifytechM
π1
21 Jul 2026, 21:26 UTC45 views1 reactionsread 8 August 2026 http://youtube.com/@NexifytechM
π1
21 Jul 2026, 21:24 UTC55 views1 reactionsread 8 August 2026 @YouTube//NexifytechM
π₯°1
7 Jul 2026, 17:51 UTC105 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Waamicha yuunivarsiitii madda walaabuu barattoota gannaatiif
https://t.me/VOH_EDUCATION
https://t.me/VOH_EDUCATION
β€2
30 Jun 2026, 03:17 UTC208 views2 reactionsread 8 August 2026 Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa hardhaa Boruu Eegala!
Qormaanni biyyoolessa kutaa 12ffaa bara 2018 guyyaa borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018βtti marsaa jahaan (waraqaa irraan/oonlaayiniin) kennama.
Baay'ina Barattootaa: Waliigalaan barattoota 563,501 (Saayinsii Uumamaa: 306,456, Saayinsii Hawaasaa: 257,045).
Guyyoota Qormaata Waraqaa:
πSaayinsii Uumamaa: Adoolessa 1β3
πSaayinsii Hawaasaa: Adoolessa 6β8
β¦
β€2
30 Jun 2026, 03:17 UTC73 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
β€1
18 Jun 2026, 12:51 UTC105 views2 reactionsread 8 August 2026 Barattoonni Eebbifaman Kallatummaan Gara Hojiiti Akka Seenan Hojjatamaa Jira.
Dhaabbanni barnoota ol'aanaa, barattoonni isaanii erga eebbifamanii booda kallattiin gara addunyaa hojiitti akka seenan hojjamaa jiraachuun dhagahameera.
Dhaabbanni barnoota ol'aanoo dhimma kana irrattii dhaabbatawwan adda addaa waliin hidhata uumaa jiraachuu Yuuniveersiitiin Gambeellaa beeksisee jira.
Dhaabbatawwan warqee baasuu irrattiβ¦
β€1π₯1
18 Jun 2026, 12:51 UTC62 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @VOH_EDUCATION. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.