4 Aug 2026, 21:36 UTC56 views1 reactionsread 6 August 2026 SEENAA GARAA NAMA NYAATU!
โMagaalaa Madiinaa keessa mangudditti jaamaa fi kophaa jiraattu takkatu ture. Umar ibn Al-Khattaab (RA) isii gargaaruuf jecha ganama barii mana isii deema ture. Garuu, wayta hunda Umar yoo isii bira gahu, namni tokko ganamumaan dhufee xurii isii irraa qulqulleessee, nyaata qopheesseefii, waan isiin barbaaddu hunda raawwatee akka deeme arga.
โGaafa kaan โ Umar (RA) namni tola guddaa kana dhโฆ
๐1
Signed Abdurahman Salih
4 Aug 2026, 21:34 UTC50 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @hundaqabata
Bultiin Bara kanaa Maaliif barakaa fixatte seeta !?
"Nikaaha Sunnaa Rasuulaa irratti hidhatanii Cidha sunnaa yahuudaa irraatti godhatan."
Guyyaa silaa Rabbiif galata itti galchuu qabaniin, Guyyaa du'aa'ii abbootaafii sheekkota irraa itti fudhataniin, Guyyaa zikrii fi gammachuu halaalaatiin faayamuu qabaniin, Daangaa Rabbii tarkaanfatanii sirbi, dhiichisni, Dhiiraa fi dubartiin walitti makamuun, uffata sirrii dhiisaโฆ
Signed Abdurahman Salih
27 Jul 2026, 22:06 UTC165 views2 reactionsread 6 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
โค2
Signed Abdurahman Salih
๐๐๐๐๐ ๐ถ๐ญ๐ญ๐ฐ๐ช๐ฐ๐จ๐ณ ๐๐๐๐ pinned ยซassalamualaikum warahmatullaahii wabarakaatuhuu yeroof Haala qilleensaatu nu baleessee family dhiifama gudda yeroo gabaaba booda saganta babbareeda qabannee dhufna inshaa allaahยป
27 Jul 2026, 21:31 UTC152 viewsread 6 August 2026 assalamualaikum warahmatullaahii wabarakaatuhuu
yeroof Haala qilleensaatu nu baleessee family dhiifama gudda yeroo gabaaba booda saganta babbareeda qabannee dhufna inshaa allaah
Signed Abdurahman Salih
๐๐๐๐๐ ๐ถ๐ญ๐ญ๐ฐ๐ช๐ฐ๐จ๐ณ ๐๐๐๐ pinned ยซโNamni dhugumaan....Gammachuu haqaa barbaadu....Rabbirratti ha hirkatuu...akkas jechuun....akkasumaan Rabbitti hirkadhee miti๐ ๐ฅฐSalaata isaa hamma danda'aniin seeraan salaatuu๐ธ๐ ๐ธDu'aai gochuu๐ธ๐ค ๐ฅฐZikrii Gochuu๐ธ... Wallaahi dhuguma dhuguma Gammachuu ajaa'ibaaโฆยป
12 Jul 2026, 13:35 UTC264 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @sun_flowere
แจแแแต แแตแแแซ แ แตแแ แฐแแแณแแต แ แแแ
แแญ แแแตแจ แฐแ แฅ แ แตแญแตแข!
@sun_flowere
Signed ๐ููุฑุฉ๐ฆ๐
11 Jul 2026, 12:11 UTC302 views1 reactionsread 6 August 2026 แ แแต แแแต แดแตแ แแ
แ แซแจแฅแซแตแ:
แฅแฑ แซแฑ แจแฐแจแ แจ แขแแ แฅแแ!
แฅแแฒแแ
แ แแต แแแต แดแตแ แแ
แ แซแแญแณแตแ:
แฅแฑ แซแฑ แจแฐแแจแฐ แขแแ แฅแแ!
ยฉ
๐1
Signed ๐ููุฑุฉ๐ฆ๐
11 Jul 2026, 12:11 UTC281 viewsread 6 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed ๐ููุฑุฉ๐ฆ๐
10 Jul 2026, 17:08 UTC231 views1 reactionsread 6 August 2026 ๐ช Wol-dorgommii fi Muhaadaraa
๐๐ GAAFFII FI DEEBII ISLAAMAA ๐๐
๐จ Beeksisa Addaa! ๐จ
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh ๐ค
๐ Jimata Galgalaa sagantaa Gaaffii fi Deebii Islaamaa ni qopheessine.
๐ Badhaasa: Kaardii Birrii 50
๐ Beekumsa kee madaali.
๐ฏ Gaaffilee deebisi.
๐ Badhaasa moo'i.
๐ Hiriyoota kee hunda affeeri.
๐ Garee fi chaanaalota hunda irratti share godhi.
๐ Carraa badhaasa argachuuf yeroo sirrโฆ
๐1
Signed ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู
ใ
10 Jul 2026, 15:38 UTC219 viewsread 6 August 2026 โNamni dhugumaan....Gammachuu haqaa barbaadu....Rabbirratti ha hirkatuu...akkas jechuun....akkasumaan Rabbitti hirkadhee miti๐
๐ฅฐSalaata isaa hamma danda'aniin seeraan salaatuu๐ธ๐
๐ธDu'aai gochuu๐ธ๐ค
๐ฅฐZikrii Gochuu๐ธ...
Wallaahi dhuguma dhuguma Gammachuu ajaa'ibaa keessa keessanitti isinii fida๐ธ๐
Akkasitti yaalaa mee....โค๏ธ
Warra keessi keessan dhiphateef๐ข๐ฅฐ
Yeroo Gaarii๐ธ๐ธ๐
Signed ๐ููุฑุฉ๐ฆ๐
8 Jul 2026, 16:23 UTC280 views1 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @hundaqabata
โilma Namaatiif jettee...waan jaalattu akkasuma.... caccabiinsa๐ Qalbii keetii aarsaa hin Godhin๐...Guyyaa tokko si gaabbisiisuu malaati๐
Jecha Dhugaa๐๐
Yeroo Gaarii qabaadhaa๐๐ฅฐ
โค1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @abdii940. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.