6 Aug 2026, 18:18 UTC12 views2 reactionsread 6 August 2026 1. Ibnu Abbaas (Radiyallaahu 'Anhumaa) irraa odeeffame:
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan:
"Rabbiin dhiira dubartoota fakkaatu, akkasumas dubartii dhiira fakkaattu ni abaare."
(Hadiisa kana Bukhaariin gabaase.)
2. Ibnu Mas'uud (Radiyallaahu 'Anhu) irraa odeeffame:
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan:
"Rabbiin dubartoota qaama isaanii irratti tatuu (naqshii) kaawwatan, tatuun akka isaaniif kaawwatamu barbaadan, bareed…
❤1🥰1
Signed ️ Brt
6 Aug 2026, 18:14 UTC13 viewsread 6 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed ️ Brt
6 Aug 2026, 03:54 UTC20 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @Xiinsammuu1
Oduu Gammachiisaa hundumaa keessaniif.
Jireenya ko keessatti hangan amma jiruutti kitaabota baay'ee dubbiseera, ammalee dubbisaan jira. Dhugaa dubbachuuf ergan dubbisuu eegalee tasa addaan kutee hin beeku.
Waantan channel kana irratti maxxansus akkuma hedduun keessan beektan waan sin fayyad jedhuu alatti hoomaa faayidaa hin qabne tokkoo maxxansees hin beeku hin maxxansus.
Amma garuu muuxannooko irraa kaasee Kitaab…
Signed ══════ஜ Ibnu hayyaan ஜ══════
5 Aug 2026, 21:07 UTC23 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @milkii_ganda_lama
🌍 من قلب مجالس العلم.. إليك حيثما كنت!
بُشرى سارة ومباركة لطلبة علوم العربية في كل مكان ✨
بعد عشر سنوات حافلة بالعطاء والتعليم المنهجي الصارم في مدينة بوقوجي، وتخريج أكثر من 400 طالب علم على مدار 10 دفعات متتالية..
وانتقال هذه المسيرة المباركة بكاملها؛ حيث ارتحل الشيخ وطلابه معا كجسد واحد إلى مدينة أداما (ناحية بولي)، ليتجاوز عدد الطلاب الملتفين حول الشيخ في الحضور الحاشد الآن 200 طالب.
يا من كنت تتوق للتمكن من علوم …
Signed 🦋 Bint Ισλάμ🌸Σεκίνα🦋
4 Aug 2026, 19:25 UTC29 views1 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @dubbistoota_kitaabaaFile
Jechoota (Dubbiiwwan ) Iyyaasuu Tarrafaa Fayisaa
Kaayyoo Jechoota (Dubbiiwwan) Iyyaasuu Tarrafaa Fayisaa jedhu PDF qophaa'e.
Barruun kun Kaayyoo Mataasaa qaba.
Innis:
Jechi galaa dhalootaati. Jecha tokkoon rakkoo guddatu hiikama. Qindoomina yeroo fi bakkaan dhaloota hiriirsee galma tokkotti kan qajeelchu jecha.
Jechi akkasumaan hin duubatamu. Jecha bu'aa qabu tokko dubbachuuf, Yaada hedduu secca'anii, hurgufa…
🥰1
Signed ══════ஜ Ibnu hayyaan ஜ══════
4 Aug 2026, 05:01 UTC37 views4 reactionsread 6 August 2026 🌹 Seenaa Abu Bakr al-Siddiq (Radiyallaahu 'Anhu)
Kutaa 1ffaa:-
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Abuu Bakr As-Siddiiq (Radiyallaahu 'Anhu) keessaa nama Islaama keessatti sadarkaa olaanaa qabu keessaa isa jalqabaa dha. Inni hiriyyaa cimaa Ergamaa Rabbii ﷺ, nama jalqaba keessaa Islaama fudhate, fi nama Ergamaan Rabbii ﷺ amananii itti hirkatan ture.
Maqaan isaa guutuun Abdullaah ibn Abii Quhaafah At-Taymii Al-Q…
🥰3👏1
Signed ️ Brt
3 Aug 2026, 18:50 UTC43 views5 reactionsread 6 August 2026 Kana beektuu laata ?
Suuraan Baqaraa Seenssi ykn jalqabni isiitii fi xumurri isii tokko akka tahe.
Aayanni Jalqabaa, sifaata Mu’umintootaa keessaaa inni jalqabaa isaannan Gheybaatti ykn waan ijaan hin muldhannetti amanan jetti:
﴿ٱلَّذِینَ یُؤۡمِنُونَ بِٱلۡغَیۡبِ وَیُقِیمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَمِمَّا رَزَقۡنَـٰهُمۡ یُنفِقُونَ ٣﴾ [البقرة ٣]
Aayanni xumuraas, sifaataa fi wontoota Isaan Gheybatti itti amanan sana nuuf ib…
❤4🥰1
Signed ️ Brt
3 Aug 2026, 07:51 UTC38 views1 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @BARACHUUN_HUMNAPhoto
✍️ Maaliif Dubbisuu Jibbina? |
🤔 Meeqa keenyatu ishuman amma barreesse kanayyuu osoo hin dubbisiin nuffee dhiisa laata 🤷♂️
📚 "Ajaa'iba mitii? Addunyaa beekumsaan liqimfamte keessatti, baay'een keenya kitaabota irraa fagaanna. Maaliif? Dubbisuu jibbuu keenyamoo dhiibbaa isaa faana wal qabateedha? Hawaasni dubbisuu gara dorgommiitti jijjiireera—dorgommii dandeettii keenya mirkaneessutti." Garuu, bakka tokkotti, fuu…
❤1
Signed ══════ஜ Ibnu hayyaan ஜ══════
1 Aug 2026, 17:11 UTC57 views3 reactionsread 6 August 2026 Posted without readable text
❤2🔥1
Signed ️ Brt
30 Jul 2026, 11:50 UTC65 views4 reactionsread 6 August 2026 🌹 Jaalala Dhugaa Akka Shari'aan Islaamaa Barsiiftutti:-
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Jaalalli kennaa guddaa Rabbii ti. Garuu Islaamni jaalala akka fedhanitti hordofuu osoo hin taane, daangaa fi seera Rabbii keessatti akka jiraatu nu barsiisa. Jaalalli dhugaan nama gara Rabbiitti dhiheessa malee, cubbuutti hin geessu.
Rabbiin ol ta'e akkana jedha:
«"Namoota keessaa warri Rabbiin alatti wantoota biraa akk…
❤2🥰2
Signed ️ Brt
28 Jul 2026, 06:54 UTC59 views2 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @BARACHUUN_HUMNAPhoto
Shabaabaa ( dargaggeessa fi dargaggeetti)
Jarattuu humna guddaadha
Jaratu biyya ijaara
jaratu biyya diiga
Jaratu biyya sochoosa
Jaratu biyya bilisoomsa
Jarattuu biyya gabroomsa
Yoo jarri baratan
Biyyi hin bilisoomati yoo jarri hin baranne hin kufti jaraan ka'an jaraan kufan jarri humna guddaa wayiiti
Humni guddaan kuni akka jabaatuuf akka biyya jabeessuuf waa isaan barbaachisa waani barbaachisu sunii
Beekamtii mi…
❤2
Signed ══════ஜ Ibnu hayyaan ஜ══════
27 Jul 2026, 06:17 UTC47 views3 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @BARACHUUN_HUMNA
Beekumsaan malee.
Beekkamtiitti caloo.
Keessaa bahuuf.
Amalli badee jira.
Amala kana sirreeffachuuf.
Suusanyaa ta'ee jira.
Achumaan achitti dargama.
Kuni rakkoo osoo beekumsaan wal hin argin beekamtiin wal arguuti.
Beekumsa malee dheekkamtiin wal agarraan. Miidhaa ofirraa fiduu miidhaa maatii irratti fiduu hawaasa irratti fiduu.
Gaafa waan beekumsaa dhiifnee waan beekamtii yaane.
Beekamuun dura beekumsa haa horanu. …
🥰3
Signed ══════ஜ Ibnu hayyaan ஜ══════
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @boruuf360. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.