18 Aug 2026, 07:47 UTC≈1,390 views28 reactionsread 22 August 2026 Baratoota keenya Madaallii Gahumsa ogummaa(COC) madaalamuuf galmooftanii jirtan
1) Accounting and finance
2) Animal Health
3) Nursing
Madaalliin kan geggeefamu gaafa 16/12/18 ganama sa'atii 2:00 irra kaasee ta'uu isaa hubattanii guyyaa kanatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
👍15❤13
6 Aug 2026, 08:09 UTC≈3,720 views19 reactionsread 22 August 2026 Eebbifamtoota TVET hundaaf Sagantaan Tempoon keessan itti fudhattan akka armaan gadii ta'a
1) Pharmacy gaafa 6/12/18-7/12/18
2) Nursing gaafa 8/12/18
3) Marketing gaafa 10/12/18
4 Accounting gaafa 12/12/18
5) IT gaafa 12/12/18
6) Animal Health gaafa 10/12/18
Ta'uu isaa hubattanii guyyaa jedhame kanatti argamuun akka fudhattan cimsinee isin beeksifna
❤18🌭1
27 Jul 2026, 07:03 UTC≈4,890 views23 reactionsread 22 August 2026 Beeksisa
Baratoota keenyaa Gaafa 18/11/18 Level-IV Leenjii xumuruun Eebbifamtan hundaaf
Waraqaan Xumura Leenjii keessan guyyaa gaafa 30/11/18 irraa kaasee isiniif kennama. kanaaf hanga sanatti waan isin irraa barbaachisu hunda akka xumurtan cimsinee isin beeksifna.
Notice
To all our students who graduated after completing Level-IV training on 18/11/18: Your Certificate of Completion will be issued starting from 30/1…
❤21👍2
25 Jul 2026, 05:02 UTC≈4,390 views40 reactionsread 22 August 2026 Photo
Baratootni keenya Baga guyyaa kabajamaa guddaa har'a geessan. Baga gammaddan Baga gammanne.
Congratulations
❤37👍3
24 Jul 2026, 21:17 UTC≈3,910 views30 reactionsread 22 August 2026 Ergaa Kutaa Rejisteraaraa irraa
Amanuel Gutemaatiin
Eebbifamtoota DBC Keenya Bara 2026/2018f,
Maqaa koo fi Maqaa kutaa rejisteraara Kolleejjichaatiin tokkoon tokkoon keessan bu'aa guddaa galmeessitaniin baga gammaddan jechuun barbaada!
Yeroo Kolleejjicha keessa turtan keessatti waan hojjettan hundaan baay'ee boonna, jireenya keessan keessatti marsaa itti aanu kana yeroo jalqabdan waan gaarii isiniif hawwina.
Kolleejj…
❤29👏1
22 Jul 2026, 05:39 UTC≈3,050 views11 reactionsread 22 August 2026 Photo
Beeksisa Ariifachiisa
Baratootni Maqaan keessan armaan olitti Tarreefame Bilbila Asii gadiin
Lakk Bilbilaa Keessaa Isa amma harka keessanirra jiruuf
Fayida Number Keessaan karaa Masage Ergaa
0930839227
Ba aschokay Bazi silk
Fayida (FAN)
lakulign ba masage
❤10👍1
17 Jul 2026, 09:06 UTC≈4,640 views19 reactionsread 22 August 2026 Baratootni keenya Exit Exam Darbitanii jirtan hundi keessan, wiixata dhufu gaafa 11/11/18 ganama irraa kaastanii wanta isin irraa barbaadamu xumuruun fudhachuu dandeessu.S/xiqqaa borii
❤19
13 Jul 2026, 09:01 UTC≈6,170 views17 reactionsread 22 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤17
13 Jul 2026, 08:30 UTC≈6,830 views7 reactionsread 22 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍4😍3
9 Jul 2026, 12:58 UTC≈6,250 views30 reactionsread 22 August 2026 Baratoota Bsc Nursing Exit Exam milkooftanii Jirtan hundaaf
Document keessaan hojjetamaa waan jiruuf obsaan akka nu eeggattan cimsinee isin beeksifna.
Nutis guyyaa inni itti kennamu yeroo dhiyoo keessatti kan isin beeksifnu ta'a
👍25🔥5
3 Jul 2026, 12:06 UTC≈8,340 views23 reactionsread 22 August 2026 Baratoota Pharmacy Level -IV COC madaalamuuf galmooftanii jirtan maqaan keessan asiin gadiitti caqafame hundaaf, Suuraa Tokko Tokko akka fidan kabajaan isin gaafanna, Hanga Har'a galgalaatti suuraa Tokko kan hin dhiyeesine taanan, Madaallii irra kan hin teenye ta'uu keessan cimsinee isin beeksifna
1) bdulahi hasen
2) biniyam shibalay
3) Birhanu kebede
4) Enatfanta zerihun
5) Mahilet Tadu
6) Dagim Kafalew
7) Aludin B…
❤23
1 Jul 2026, 09:25 UTC≈8,260 views16 reactionsread 22 August 2026 Baratoota Pharmacy Level -IV COC madaalamuuf galmooftanii jirtan hundaaf, madaalliin keessa kan geeggeeffamu gaafa 27/10/18 irraa kaasee ta’uu isaa hubattanii, Guyyaa kana sa’atii 2:00 irraa kaastanii mooraa kolleejjii keessatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
👏12❤4
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @dandiiborucollege. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.