29 Jul 2026, 13:39 UTC573 views1 reactionsread 10 August 2026 Yaada hamaa
Yaa ijoollee koo! Jalqabuma irraa yaada hamaa osoo yaaduu baattanii
gaaridha. Yoo yaaddanii jiraattan ammo, osoo dubbachuu baattaniis
gaaridha. Akkuma sammuu keessan keessa jirutti callisaa.
👉🏼ክፉ አሳብ
ልጆቼ! ከመጀመሪያውኑ ክፉ አሳብ ባታስቡ መልካም ነው: ካሰባቹ,
ግን ቢያንስ አትናገሩት፡፡ በዚያው በሕሊናችሁ ውስጥ እያለ ዝም
አስኙት፤! ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላም ወዳለመኖር ይኄዳል፡፡
St. John Chrysostom
https://t.me/ephy14G
❤1
14 Jul 2026, 10:24 UTC117 views6 reactionsread 10 August 2026 Adoolessa 7
'Gara abbaa keessanii gara Abrahaam ilaalaa" Isay. 51:1-2
Adoolessa guyyaa Waaqayyo sadummaa fi tokkummaa isaatin mana Abrahaamitti muul'ateedha. Um.18:1
⛪ Abrahaam nama akkamii ture?
Nama biyya kaaraan jiraatu abbaa isaaf waaqa tolfamaa nama gurguruu ture. Booda amala waaqa tolfamaa kanarratti taasiseen dadhabaa, homaa raawwachuu kan dandeenye ta'uu isaa hubatee ni caccabse. Waaqa hunda danda'u, hundum…
❤6
14 Jul 2026, 10:24 UTC144 viewsread 10 August 2026 https://telegram.me/ephy14G
19 May 2026, 11:05 UTC313 views1 reactionsread 10 August 2026 አባ ሲኖዳ [ የባሕታውያን አለቃ ]
❝ ሰላም ለአባ ሲኖዳ ዘፍጹም በምንኵስናሁ ፤
ዲበ ሥጋሁ ዘለብሰ ጻማሁ፡፡ ❞
[ በሥጋው ላይ መከራን የተጐናጠፈ በምንኵስናው ፍጹም ለኾነ ለአባ ሲኖዳ ሰላምታ ይገባል። ... የሠለስቱ ደቂቅ አክሊልና የነቢዩ ኤልያስ አስኬማ በእውነት የተሰጡት ለኾነ ለአባ ሲኖዳ ሰላምታ ይገባል ፤ በሊቁ ቄርሎስ መርከብ ይጫን ዘንድ በከለከሉት ጊዜ በብዙ ጉባኤ ዐይን እየታየ ከገዳሙ ጐዳና ረቂቅ ደመና ነጠቀው። ] [ ተአምኆ ቅዱሳን ]
🩵 † 🩵
በዚህች ዕለት የባሕታዊያን አለቃ ግብፃዊው አባ ሲኖዳ ልደታቸው ነው፡፡ በረከታቸው ትደርብን። ምልጃና ጸሎታቸው ከዘለዓለም…
❤1
14 May 2026, 06:11 UTC167 viewsread 10 August 2026 Forwarded from @deaconhenokhaile
+ የኤማሁስ መንገደኞች እና ኢትዮጵያዊው ጃንደረባ +
ፊልጶስ ለጃንደረባው ከትንቢቱ ትርጓሜ ተነሥቶ ስለ ኢየሱስ ክርስቶስ ወንጌልን ሰበከለት፡፡ ውጤቱ እንጂ ይዘቱ ያልተጻፈልን ይህ በፍጥነት በሚሔድ ሰረገላ ላይ የተሰበከ ስብከት እንዴት ያማረ ይሆን? የጦርነት ስንቅ ተሸከመው በመጋለብ ፈንታ ወንጌላዊውን ከአዲስ ተማሪው ጋር ይዘው የጋለቡ እነዚያ ፈረሶች ምንኛ የታደሉ ናቸው? በክፋቱ ከነፈረሶቹ በባሕር የሚሠጥም ፈርዖንን የያዙት ፈረሶች ያልታደሉ ከሆኑ ወንጌል ተሸክመው የጋለቡና እንደ ግብፅ ፈረሶች በውኃ በመስጠም ፈንታ ከውኃ ዳር ባለቤታቸውን ሊያስጠምቁ ተለጉመው የቆሙት እነዚህ ፈረሶች እንዴት የከበሩ ናቸው? ያንን ‹የፈረስ ወዳጅ› የፊልጶስን ስብከቱን …
8 May 2026, 20:25 UTC234 views7 reactionsread 10 August 2026 Voice message
Sinkisaara Caamsaa 1
❤5👏2
30 Apr 2026, 05:28 UTC≈1,520 views3 reactionsread 10 August 2026 Seexanni jecha abdii "🇧🇴🇷🇺" jedhuun guyyaa har'aa nurraa fudhata. Har'a hoo itti hin fayyadamnu ta'e borus akkasumatti gatii malee darba. Tooftaan seexanaa waan gaarii yeroo ammaatti raawwachuu qabnu akka 𝘵𝘶𝘳𝘴𝘪𝘪𝘧𝘯𝘶 taasisuudha. Sababni isaas hojii gaarii borutti dabarsine guyyaan boruu dhuftu sun guyyaa 𝗯𝗼𝗿𝘂𝘂 biraatin bakka buusuun umurii keenya beellama gatii maleetin akka fixnu taasisa. Kanaafuu ogummaan inni …
❤3
15 Mar 2026, 07:59 UTC375 views10 reactionsread 10 August 2026 File
File, posted without a caption
👍10
24 Feb 2026, 03:39 UTC≈1,790 views13 reactionsread 10 August 2026 Yaa gooftaa Waaqummaa keetu naaf barbaachisa malee uumama ta'uun koo siif hin barbaachisu.
👉🏻Waaqayyo Qurxummii yoo uumu galaanaan "Lubbuu kan qaban argamsiisi" jedhee ajajuuni.
👉🏻Waaqayyo mukkeen yeroo uumu immoo mukkeen akka biqilchitu ajajuuni.
👉🏻Nama yoo uumu ammoo ofii isaafti dubbachuun ture.
"Waaqayyos ni jedhe nama akka bifaa fi fakkeenya keenyaatti haa uumnu" jedhe.
Qalbeeffadhaa🤔
👉🏻Qurxummiin bishaan keess…
❤8👍4😁1
2 Feb 2026, 04:02 UTC≈3,770 views13 reactionsread 10 August 2026 👉"Nu keessaa sababa eenyuutiin dooniin keenya jeeqamte" R. Yon1÷7.
👉Raajichi yoonaas Tajaajilaa Waaqayyoo kan ta'e hojiin isaas Waaqa samiifi lafaa tajaajiluudha.
👉Yoonaas akkuma maqaa isaa garraamidha. Garraamummaa isaas kan hubannu seenaa isaa isa gaarii hin taane dhiisee isa gaarii ta'e qofa filatee hin barreessine. Dadhabbina, kufaatii isaa fi ka'uu isaas ni barreesse.
👉 Waaqayyo gara magaalaa guddittii Nanawee j…
❤11👍2
7 Jan 2026, 06:44 UTC≈3,830 views4 reactionsread 10 August 2026 ⛪⛪⛪Mana Gooftaan Keessatti Hin dhalatin⛪⛪⛪
Namoonni baay'een biyyoota gara garaa irraa deemuun iddoo gooftaan itti dhalate mooraa loonii ni daawwatu. Maqaa iddoo sanaatinis ni faarfatu. Haa ta'u malee, Manni gooftaan keessatti hin dhalatin, akka addunyaa kanaatti carraa hin qabne tokko ni jira. Naannoo Fayyisaan Adsunyaa itti dhalate namoonni deemanii yeroo daawwatan bakki isaa wallaalamus Osoo afaan qabaatee iyyee …
❤4
27 Dec 2025, 15:27 UTC≈2,470 views10 reactionsread 10 August 2026 Photo
Nyaata mana mootummaa argadhe jettee hin gammadin. Tarii nyaanni sun irbaata kee xummuraa ta'uu danda'a.Yookan Boru Oolmaa nyaatichaan waan hamaa(Amantaa kee jijjiiri), raawwadhu Yoo siin jedhan, oolmichaan qabamtee rakkatta. Kanaafi mitiiree Daani'eel, Anaaniyaa, Azaariyaa fi Misaa'eel cooma fi dhugaatii waynii mana mootichaarra akaawwii fi bishaan kan filataniif.
Jabina Amantii Akka isaanin Nuuf haa kennu👏
Baga gee…
❤6🥰3👎1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ephy14G. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.