13 Feb 2026, 20:05 UTC294 views0 reactionsread 20 August 2026 💥💥 እንኳን ደስ አላቹ 💥💥
በተለያዩ ክልሎች በካቢን ክሩ
ትሬኒ ፓይለት እና AMT
የተመዘገባቹ ጥሪ ተደርጓል
ለካቢን ክሩና AMT -Pre Training
ለ ትሬኒ ፓይለት -Simulation assistant
የስም ዝርዝራችሁን ተመልከቱ ስማቹ ካለ አዲስ አበባ ወደሚገኘው ዋና ቢሮ መምጣት ይጠበቅባችኋል ማለት ነው ሊንክ 👇👇👇
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results
Signed Ermina B
12 Feb 2026, 05:58 UTC285 views0 reactionsread 20 August 2026 Finally Addis Ababa pilot Interview and GroupDiscussion
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results
Signed Ermina B
11 Feb 2026, 18:34 UTC253 viewsread 20 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Ermina B
11 Feb 2026, 14:26 UTC211 viewsread 20 August 2026 Photo
Postion:ET-SPONSORED CABIN CREW TRAINEE CANDIDATES-ADDIS ABABA
Location:ETHIOPIAN AVIATION UNIVERSITY, COMMERCIAL BLDG/SCHOOL OF TRAVEL, TOURISM & HOSPITALITY, 2ND FLOOR.
Announcement:INTERVIEW
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results#
Signed Ermina B
10 Dec 2025, 06:30 UTC280 views2 reactionsread 20 August 2026 Photo
🚨UGGURA MIIDIYAA
Awustiraaliyaan addunyaarratti tarkaanfii kana fudhachuun kan jalqabaa taateetti.
Biyyoonni addunyaa ammoo xiyyeeffannoon hordofaa jiru.
Daa'immaniifi ol adeemtonni miliyoonaan lakkaa'aman umuriin isaanii waggaa 16 gadi ta'an Awustraaliyaa keessatti miidiyaa hawaasummaa akka hin fayyadamne dhorkaman.
Seerri haaraa addunyaarratti Awustiraaliyaa kan jalqabaa taasise kun miidiyaalee hawaasaa warra a…
👍1👨💻1
Signed Ermina B
9 Dec 2025, 13:07 UTC203 views2 reactionsread 20 August 2026 Photo
🚨Gaazexeessaan Sofoniyaas Waasihuun seeratti dhiyaatee gaafatamuu qaba!
Biyyi keenyaa fi ummanni biyya keenyaa aadaa fi duudhaa akkasumas amantii maataa isaa kan qabu ta’ee osoo jiruu, namichi ogummaa kabajamaa dhaloota ittiin barsiisaan, biyya ittiin gaggeessan qabatee saal-qunnamtii, saala walfakkaataa raawwachuuf, Finfinnee ka’ee Adaamaa yeroo deemuu ifaan ifatti dargaggootaan Adaamatti qabamee salphin…
👌2
Signed Ermina B
9 Dec 2025, 12:16 UTC153 views0 reactionsread 20 August 2026 Photo
🚨Oduu Hatattamaa
ASHAM MEDIA waligaltee Gazexeessaa Sofaniyaas waliin qabu addaan kute Addaan kute
Signed Ermina B
9 Dec 2025, 08:36 UTC144 views7 reactionsread 20 August 2026 Photo
🚨Poolisiin Federaalaa, “Uffannaa Aadaafi duudhaa hawaasaa wajjin hindeemne uffachuun, kanneen sirna badhaasaa marsaa 3ffaa, ‘G-power Tiktok creative Award’ jedhu irratti uffatanii hirmaatan jedhu namoota 5n to'annoo seeraa jala oolchuun qorannoo seeraa isaanirratti geggeessaa akka jiru fuula Miidiyaa isaarratti maxxanse.
Baalagoota kana adaba qabsiisuun waan gaariidha.
Galatoomaa Ethiopian Federal Police
👌4❤1👏1👨💻1
Signed Ermina B
27 Nov 2025, 11:24 UTC186 views1 reactionsread 20 August 2026 Photo
Ministeerri Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti namni Vaayirasii Marburgiin qabame argamuu beeksise.
Namni kun dhukkubsataa vaayirasii Marburg kan jalqabaa Jinkaatti argame waliin wal qunnamtii kan qabu yoo ta'u, gara naannoo sanaa imaluun gara Hawaasaatti deebi'ee akka ture himama.
Kun kan ibsame Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa hojii vaayirasii Marburg irratti hojjetamaa jiru irratti ibsa gaazexeess…
👨💻1
Signed Ermina B
24 Nov 2025, 07:46 UTC171 views2 reactionsread 20 August 2026 Photo
Maanchister Yuunaayitidiii fi Evertan!
Piriimiyer Liigiin Ingilaandi torbee 12ffaan har'a galgala sa'atii 5:00 irratti Maanchister Yuunaayitidii fi Evertan waliin morkatu.
Waggaa 1ffaa isaaniirra kan jiran Ruubeen Amoorim gareen isaanii kan yeroo kamii caalaa fooyya'insa gaariirra jira.
Gareen Daavid Moyees Evertan Maanchister Yuunaayitidiif morkataa cimaa ta'uu danda'a jedhameera.
Maanchister Yuunaayitid sadarka…
✍1❤1
Signed Ermina B
24 Nov 2025, 07:34 UTC133 views6 reactionsread 20 August 2026 Photo
Waaqayyo balaa akkasii isin haa oolchu!
Jarri kun obbolaani. Obboleessi angafni Isaaq Abrahaam jedhama. Finfinneerraa gara Arbaa Mincii utuu imaluu balaa konkolaataatiin du’e. Obboleessi quxisuun immoo Ebezener Abrahaam jedhama. Barataa yuunivarsiitii Wachaamooti. Du’a obboleessa isaa dhaga’ee, gadda guddaadhaan obboleessa isaa awwaaluuf utuu imaluu innis gaafuma sana balaa konkolaataatiin du’e!
Mana tokko keessaa …
😭6
Signed Ermina B
23 Nov 2025, 06:43 UTC160 viewsread 20 August 2026 We come back
Signed Ermina B
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @ermishow. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.