12 Aug 2026, 08:09 UTC15 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉 Har'a tapha super kaappiitiin kilabni faransaayi psg fi kilabni england astonvillaa kan walitti dhufan yoo ta'u taphichis galgala isaatii sa'aatii 4:00 tti dha mee injifataan eenyutu isinitti fakkaata psg kan jettan❤️
Aston villa kan jettan👍
Meeqa meeqaan akka xumuramu immoo i comment irratti tilmaamaa
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
❤2
12 Aug 2026, 08:03 UTC16 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉Taphataa baarseloolaa kan ta'e lammiin yaamaal obboleettii rafiniyaa wajjin yeroo dabarsaa jira
Ayii gurbaa kana😂😂😂
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
🤣1😁1
12 Aug 2026, 08:00 UTC16 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉Kilabni england kan biraa tapha obbolummaa taasisu manchester united liidsii wajjin yoo ta'u kan inni taasifamus galgala sa'aatii 3:30ti dha
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
👍1🔥1
12 Aug 2026, 07:57 UTC16 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉Har'a kilabichi england arsenal tapha obbolummaa kilaba commo waliin kan taasisu yoo ta'u taphichaa irrattis mallatteessinoonni haaraa akka hirmaatan gabaafameera
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
❤2
12 Aug 2026, 07:53 UTC19 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉 Paul pogba taphataan kun waliigalteen inni moonaa koo wajjiin qabu akka addaan cituu kilabichi moonaa kun kan barbaadu yoo ta'u amma murtoon kan taphatichaati jedhameera
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
❤1😢1
11 Aug 2026, 08:14 UTC72 views5 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉Cheelsiin taphataa isaanii peediroo netoo yuuroo miiliyoona 70 gadi dhiisuuf fedha hin qaban mee isin immoo taphataan kun mallatteessaa haaraa arsenal ni ta'a jettanii yaadduu
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
❤5
11 Aug 2026, 08:09 UTC67 views4 reactionsread 12 August 2026 Photo
👉 Markaas rashford gara shaakalaa maanchistar united deebi'ee jira kanaanis lakkoofsa 14 kan uffatu ta'a
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
👍3❤1
ORO SPORT INFO pinned a photo
11 Aug 2026, 08:06 UTC66 views5 reactionsread 12 August 2026 Photo
Mallatteessan haaraa arsenal buuruno guumareesh fi shaakala isaa haala kanaan jalqabe jira
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
🔥5
11 Aug 2026, 08:04 UTC68 views3 reactionsread 12 August 2026 Photo
Dhimma baarkoola irratti taphattichaa wajjin waliigalteerra kan gahame yoo ta'u garuu liivarpuulii fi psg gidduu garaagarummaan jira kanaanis psg taphaticha irraatii paundi milina 140 ol kan barbaadu yoo ta'u liverpool immoo pound miliyoona 120 ol kafaluuf fedhe hin qabu
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
❤3
11 Aug 2026, 07:57 UTC66 views4 reactionsread 12 August 2026 Photo
🖋️ Akkam jirtu hordoftoota keenya marti yeroo muraasaaf maxxansaa kan dhaabni turre yoo ta'u amma bifa adda ta'e maxxansa haaraa isiniif qabannee dhufnee jirra jijjiirra ganna kanaa fi primeligii bara haaraa kan kallattiin isiniif dabarsinu ta'a
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
👍3❤1
6 Feb 2026, 10:57 UTC876 views14 reactionsread 12 August 2026 Photo
Peep Gaardiyoolaa, Dilbata dhufu shaampiyoonii Pirimeer Liigii waliin taphachuuf jirra, Liivarpuul Shaampiyoonii Pirimeer Liigiiti, Arsenaal garuu miti.🥺🥺
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @ethiofansND
👍7❤5😁2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ethiofansND. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.