20 Jun 2026, 16:20 UTC≈3,540 views5 reactionsread 3 September 2026 Photo
Itiyoophiyaatti Laappitooppii fi Taableetii Omishuuf Hojjetamaa Jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waggoota muraasa keessatti omisha laappitooppii fi taableetii jalqabuuf hojii bal’aa hojjechaa jirti jedhan Ministirri muummee Dooktar Abiy Ahimad. Sirna jalqabsiisa appilikeeshinii tajaajila qindaa’aa guyyaa har’aa geggeeffame irratti Dooktar Abiy ergaa dabarsaniin, birmadu…
👍4❤1
20 Jun 2026, 16:20 UTC≈3,940 views39 reactionsread 3 September 2026 Photo
Gahee Miidiyaalee Waltajjii Marii Biyaalessaa Milkeessuu keessatti…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) – Komiishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa, waltajjiin marii biyyaalessaa hunda mo’ataa akka taasisuuf, miidiyaaleen gahee isaanii sirriitti bahuu qabu jedhe. Komiishinichi milkaa’ina waltajjii marii kanaatiif gahee miidiyaalee ilaalchisee waltajjii marii geggeessaa jira. Komiishinarri Mahamuud Diriir yeroo ka…
👍22❤16👏1
20 Jun 2026, 16:20 UTC≈2,940 views3 reactionsread 3 September 2026 Photo
Dorgomnee Waan Nuuf Malu Argachuuf Tekinoolojiin Baay’ee Murteessaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) – Bara kana keessa dorgomnee waan nuuf malu argachuuf tekinoolojiin baay’ee murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahmad. Ministirri Muummee waltajjii ‘Digital for Excellence’ jedhamuun qophaa’e irratti, tajaajiloota dhaabbilee garaa garaa keessatti kennaman waltajjii tokkoo…
❤3
15 Jun 2026, 14:20 UTC≈4,340 views17 reactionsread 3 September 2026 Photo
Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu hojii guddaa Afriikaanis akka dandeessu addunyaatti ittiin argisiisnuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018 (FMC) – Minisitirri Mummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu pirojeektii guddaa Itiyoophiyaa qofa osoo hintaane Afriikaanis yaaduu, karoorsuu fi hojjechuu akka dandeessu addunyaatti ittiin argisiisnuudha jedhan. Do…
❤17
13 Jun 2026, 03:49 UTC≈4,060 views20 reactionsread 3 September 2026 Photo
Marii biyyaalessaan nageenyi waaraa akka mirkanaa’uuf bu’uura cimaa ni Keenya — Pirofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) — Waltajjiin marii biyyaalessaa dhimmoota bu’uuraa irratti karaa qaroomina qabuun mari’achuudhaan nageenya waaraaf bu’uura cimaa kan itti keenyuu dha jedhan Komiishinar Pirofeesar Masfin Ara’ayaan. Mariin biyyaalessaa Adooleessa 8/2018 jalqabee torbanoota sadii walitti fufiin…
❤12👍4👏2🥰2
10 Feb 2026, 11:50 UTC≈6,010 views6 reactionsread 3 September 2026 Photo
Afrikaan rakkoolee diinagdee ishee furuuf dhaabbata faayinaansii ishee barbaachisa- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Biyyoonni Afrikaa rakkoolee diinagdee isaanii furuuf dhaabbata faayinaansii ardii hundeessuun barbaachisaadha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny.Yaa’iin biyyoota saffisaan guddachaa jiran irratti xiyyeeffatu tumsa Sa’uud Arabiyaafi Dhaabbata…
❤6
10 Feb 2026, 11:50 UTC≈8,770 views71 reactionsread 3 September 2026 Photo
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa fi tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer Kaabaa Niiyaalee waliin mari’atan.Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii, naannawaa fi idil addunyaarratti mari’ataniiru.Kaabaa Niiyaaleen Walga’ii Idilee Hojii …
❤56👍14🥰1
10 Feb 2026, 11:50 UTC≈4,330 views7 reactionsread 3 September 2026 Photo
Sosochii hojii torbee duula misoomaa kutaa magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti sosochii hojii torbee duulaa misoomaan daandii Keessa Keessaa Kiiloo Meetira 20 hojjechuuf har’a hojiin eegalame.Torbee Duula Misoomaan hojiin Daandii Keessa keessaa hirmaannaa uummataan har’a jalqabame itti fufiinsaan kan raawwatamu ta’uu Ittigaafatamaan Siyaasaa Kutaa Magaala Sulultaa o…
❤7
1 Feb 2026, 13:51 UTC≈4,160 views4 reactionsread 3 September 2026 Photo
Itiyoophiyaan hojiiwwan misoomaa hojjettu naannawicha kan walitti hidhan ta’uu qabatamaatti argisiisteetti – Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) – Hojiiwwan misooma Itiyoophiyaan hojjettu ishee irra darbee naannawicha fayyadamummaa walootiin kan walitti hidhan ta’uu qabatamaatti argisiisteetti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa har’a baaseen, bu’aaleen yero…
❤4
1 Feb 2026, 13:51 UTC≈5,070 views0 reactionsread 3 September 2026 Photo
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa UK waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Dhimmoota Misoomaa Yuunaayitiid Kiingidam Yiveet Kuupar waliin mari’ataniiru.Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Ministira Dhimma Alaa ,Badhaadhina waloo fi Misoomaa Yuunaayitiid Kiingidam Yiveet Kuupar waliin dhimmoota gam…
1 Feb 2026, 13:51 UTC≈5,790 views21 reactionsread 3 September 2026 Photo
Oromiyaatti fedhii fi dhiyeessii Mana jireenyaa guddisuuf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti fedhii fi dhiyeessii manneen jireenyaa wal simsiisuuf hojiileen dandeessisan cimanii itti fufaniiru jedhe Biiroon Misooma Magaalaa fi Maneennii Naannichaa.Hogganaa Itti Aanaan Biirichaa obbo Birhaanuu Baqqalaa akka jedhanitti, naannichatti rakkoo mana jireenyaa furuuf hojiileen damee hedduu hojjetamaa jir…
❤17👍4
1 Feb 2026, 13:51 UTC≈3,810 viewsread 3 September 2026 Photo
Dooktar Geediyoon Ministira Dhimma Alaa Biritaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee Amajjii 24, 2018 (FMC)_ Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa fi Dhimmoota Badhaadhina Misooma waloo Biritaaniyaa Iveet Kuupar waliin mari’ataniiru.Dooktar Geediyoon marii waajjira isaanitti taasianiin, hariiroo biyyoota lameenii waggoottan dheeraa lakkoofsise akkaataa sadarkaa olaanaatti…
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @fbcAfaanOromo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.