27 Jul 2026, 17:48 UTC125 views5 reactionsread 7 August 2026 Namoonni galmaa'uu barbaaddan akka isin jala hin dabarre....
✅ course 5 qarshii 500niin jechuun coursiin tokko qarshii 100 jechuudha kunimmo carraa hin argamneedha....
✅ barachuuf bilbila tachii qabaachuun gahaadha....coursii hundi waraabamee waan ka'aamuuf waa'een rakko internetii yaaddoo hin uumu...
✅ Galmaa'uuf qarshii 500 accountii asii gaditti
🛑 1000664879941(Moibon habtamu) erga galchitanii booda, screenshot t…
❤4👍1
Signed Mo'ibon Habtamu
27 Jul 2026, 17:45 UTC124 views3 reactionsread 7 August 2026 🛑Akkam jirtu nagaa keessanii?.....
✅ Ganna kana maaliin dabarsaa jirtu?....akkuma beekamu dur gannaa barattoonni spokeniifaa baratu amma garuu sanatti dabalataan warri abshaalli oogummaa barachaa jiru..
🛑 maarrega akkaa baraatti bulu mitiree, isinoo maaliin dabarsaa jirtu?
✅ namoota jijjiramuuf kaayyoo qabaniif moi academyiin carraa addaa qabatee dhufee jira.... gatii madalawwa nama hundumaaf ta'uun ogummaa baraa b…
❤3
Signed Mo'ibon Habtamu
23 Jul 2026, 09:16 UTC217 views1 reactionsread 7 August 2026 Video kana Namoonni gatiin course kanaa isinitti salphatee sirritti ilaalaa
https://youtube.com/shorts/3svD-pxvN7Q?feature=share
❤1
Signed Mo'ibon Habtamu
22 Jul 2026, 21:52 UTC194 views3 reactionsread 7 August 2026 ☝️☝️☝️☝️guys namoonni coursiin kun bayyeema qalal isinitti jedhe gurbaan kun meeqan akkanni kennuu gaafadha, ethiopia kessatti nama karaa tech nama beekamti guddaa qabu.....
🛑 He is my senior and also my mentor....youtube eegaluu koof nama sababa ta'ee....
✅ dirijjiti 10 ol biyya keessafi dubaidha qaba....ji'atti youtube qofarra dollar 20,000=in birr 3M+ ol hojjeta...
✅ He is millionaire..... youtube channeli 3 kan…
❤3
Signed Mo'ibon Habtamu
22 Jul 2026, 21:52 UTC163 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Mo'ibon Habtamu
22 Jul 2026, 19:54 UTC147 viewsread 7 August 2026 Guys marsaa lammaffa galmee eegallee jira namoonni marsaa tokkooffan isin jaladarbee karaa keessa naquunnamaa👍
Signed Mo'ibon Habtamu
19 Jul 2026, 15:42 UTC189 views3 reactionsread 7 August 2026 Guys namoonni galmooftan hundi harra galgala sa'ati 2 dura online seenaa.... clasiin hanga 2:30tti waan turuuf akka isin hin dabarree👍
👍3
Signed Mo'ibon Habtamu
19 Jul 2026, 14:20 UTC226 views3 reactionsread 7 August 2026 ☝️☝️☝️Akkataa fayyadama app zoom video gabaaba.....
🛑dirqama appilicationii buusun hin barbaachisu👍
👍3
Signed Mo'ibon Habtamu
19 Jul 2026, 14:19 UTC230 views1 reactionsread 7 August 2026 Video
Video, posted without a caption
👍1
Signed Mo'ibon Habtamu
19 Jul 2026, 12:56 UTC200 views1 reactionsread 7 August 2026 Guys... akkam oltan?...Akkuma beekamu yoo jaalala waaqayyo ta'ee harra yeroo wal argee waan qabaannuuf hiriyyoota keessaniif share godhaa...classii normaalii waan hin eegaliiniif namni harra fi bor keessa dhufee nu qaqqabuu danada'a waan ta'eef👍
❤1
Signed Mo'ibon Habtamu
18 Jul 2026, 10:38 UTC193 views1 reactionsread 7 August 2026 Namoonni galmooftan galgala waan wal arginuuf hangasitti applicationi kana akkaataa asii oliin buufadhaa....☝️☝️☝️☝️
🛑 Hanga ammaatti kan hin galmaa'in hanga galgalaatti galmaa'aa carraan kun lammata hin argamu...kana booda coourse shanan isaa iddoo tokkotti waan hin kennamneef👍
❤1
Signed Mo'ibon Habtamu
18 Jul 2026, 10:37 UTC200 views2 reactionsread 7 August 2026 Video
Video, posted without a caption
👍2
Signed Mo'ibon Habtamu
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @futurebillionare2025. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.