3 Aug 2026, 19:53 UTC157 views8 reactionsread 7 August 2026 Photo
Pirezedaantii jeneraal Konfiraansii waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa ta'uun bara kana kan filataman Pastor Erton Köhler barnoota isaanii digrii sadaffaa university beekamaa Andrews University irraa eebbifaman
Amantootni Adventistii guutummaa addunyaa irra jiran ergaa baga geessanii bifa adda addaa fi afaan adda addaan dabarfachaa jiru.
Anis baga gammadde jedheera siniis jedhaanii
በዚህ ዓመት የሰባተኛ ቀን አድቬንቲስት General Conf…
❤8
3 Aug 2026, 07:22 UTC175 views2 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @SDA_EEUMPhoto
📯 መለከት ንፉ! ሁሉ እስኪሰማ!
ከ2,000 በላይ የፈቃደኛ ወንጌላውያን በወላይታ ሶዶ ለልዩ ስልጠናና ኮንፈረንስ ሊገቡ ነው!
ምስራቃዊ ኢትዮጵያ ዩኒየን ሚሽን በኖርዌይ ሐገር ከሚኖሩ የሰባተኛ ቀን አድቬንቲስት አባላት ጋር በትብብር የተዘጋጀው ሀገር አቀፍ ልዩ የፈቃደኛ ወንጌላውያን ስልጠናና ኮንፈረንስ ከሐምሌ 26 እስከ ነሐሴ 2 ቀን 2018 ዓ.ም. በወላይታ ሶዶ ከተማ ይካሄዳል።
ከሐምሌ 26–29 በሚካሄደው የስልጠና መርሃ ግብር ከ2,000 በላይ የፈቃደኛ ወንጌላውያን የሚሳተፉ ሲሆን፣ ከሐምሌ 29 ምሽት ጀምሮ እስከ ነሐሴ 2 ድረስ በወላይታ ሶዶ ከተማ ስታዲየም ልዩ መንፈሳዊ ኮንፈረንስ ይካሄዳል።
❤2
2 Aug 2026, 17:14 UTC188 viewsread 7 August 2026 Nagaanif araarri waqayyoo isinif haa ta'uu akm jirtuu naga keessani
Sagaantan keenyaa eegaaluuf jedha wan ta'ee of qopheessa
Balbaalli keenya banaa wan ta'eef ol seeena
https://t.me/RAYministry
31 Jul 2026, 18:53 UTC261 views5 reactionsread 7 August 2026 Photo
Beeksisa Qacarrii Mana barumsaa Wallaggaa #Adventistii Akkaadaamii
Namoonni ulaagaa jedhame guuttan dafaa galmaa'aa!
Follow
👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069401791997
❤5
29 Jul 2026, 14:36 UTC296 viewsread 7 August 2026 https://youtube.com/shorts/7IYcCbfPMkw?si=Ag88Dhh0dNU0ZshE
22 Jul 2026, 18:39 UTC382 views4 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @aucpcmPhoto
Sagantaa Eebba Barattoota AUCPCM 2026 🎉
"Imalli keenya ayyaanaan ture; milkin keenya ulfina Waaqayyooti."
Kottaa amanamummaa Waaqayyoo jireenya eebbifamtoota keenya keessatti mul'ate waliin haa kabajnu. Qajeelchaa, humna, fi eebba Waaqayyo isaanii guutummaa imala barnootaa isaanii keessatti isaaniif kenneef walumaan haa galateeffannu.
"Waaqayyo gaarii dha; kanaaf isa galateeffadhaa. Jaalalli isaa bara baraan in jiraa…
❤4
16 Jul 2026, 07:37 UTC466 views2 reactionsread 7 August 2026 NOTICE/Yaadachisa/ማስታወቂያ
Akkuma sin beeksisaa turre, Marii biyyaaleessaa Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jiru kana irratti Waa'een Sanbata (Guyyaa torbaffaa) ni dhiyaata.
Waggoottan darbaniif mootummaan Itiyoophiyaa labsii baaseen Guyyaan Sanbataa,guyyaa hojii idilee hojii fi barnootaa ta'u beeksisaa turuunsaa ni yaadatama.
Labsiin kun hojjettootaaf fi barattoota Adventistiitti qom qabaa guddaa ta'uus yaalii dhaabbann…
❤2
16 Jul 2026, 07:37 UTC342 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Jul 2026, 05:35 UTC≈2,390 views9 reactionsread 7 August 2026 #Urgent_Announcement!/ Ergaa ariifachiisaa!/ አስቸኳይ ጥሪ!/
Barattoota Adventistii sadarkaa olaanaa hundumaa biraan gahaa.
Waggoottan darbaniif qormaatni biyyaaleessaa rimidiyaalii, Exit exam fi COC Sanbata irra ooluun barattootaaf amantoota Adventistii mufachiisaa turuun ni yaadatama.
Sochii barattoota Adventistii fi dhaabbanni keenya Yuunineen Baha Itiyoophiyaa taasiseen furmaanni yeroof argamaa tureera. Rakkoo baratt…
👍9
8 Jul 2026, 13:37 UTC495 views5 reactionsread 7 August 2026 Waamicha dargaggootaaf dhiyaate part 1
Gooftaan dargaggoota humna hojii isaaf deeggarsa godhan godhee isaan ramadeera.
Shaakala dhugaaa kan fudhatan dargaggoota loltuu akkasii qabaannee isa fannifamee fi isa yeroo dhiyootti mul'atu fayyisaa keenya ergama isaa fudhannee gara fulduratti ni adeemna.
Hooggansi barbaachisaanii fi jajjabinni yoo isaaniif kenname har'a hojii bal'aa hojjechuu kan danda'an raayyaa dargagg…
❤5
7 Jul 2026, 15:24 UTC463 views6 reactionsread 7 August 2026 GAAFFII AMANTOOTAAF GAREE DEEBII KENNUU IJAARUU MALEE HOJII KEENYA DHIISUU HIN QABNU!
Yeroo waldaan ergamootaa gara garuummaa yaadaa, of tuulmaa isaanii, anatu beekaa fi anatu caalaa isaanii of gidduudhaa balleessanii, sagalee tokkoon dubbii waaqayyoo lallabaa turanitti lubbuun fayyu dhibbootaan, kumootaan isaanitt dabalamaa turan.
Baayyinni isaanii akkaan dabaluun oduu gammachisaa ta'ee utuu jiruu faallaa isaa…
❤6
7 Jul 2026, 15:24 UTC329 viewsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @haftuvoice. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.