6 Jun 2026, 05:45 UTC713 views4 reactionsread 9 September 2026 Dhiirri akkaammoo dhiira barasaa guutuu bishaan biyyasaatii hunda daakaa jiraatee, dhumarra galaana tokkichatti cillinfoo seenee hafuu barbaaduudha!😁
‘Maybe’ barruu kiyya har’aa kanarratti namni ‘block’ ta’u jiraachuu mala!🍷🚶
t.me/geegeete t.me/hireejobs @rabiraSmart1
👍3❤1
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC642 views1 reactionsread 9 September 2026 Dhiirri durba 6 duukaa ciise wanti addaa inni sammuusaatti hambifatu hinjiru [Jahanuu wajjin bu’eema bahuu qofa]. Lakkoofsi shamarran inni wajjin ciisee haa baay’ataniyyuu malee, akkaataan inni ittiin ciiseefi dhangaan inni irraa soorate waluma fakkaataadha. Kana jechuun, durbee tokko wajjinis haata’u durboota jaha wajjin ciisuusaaf yaadannoon inni addatti fudhatee jiraatu homtuu hinjiru jechuudha. Shamarreen dhiira …
❤1
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC442 views1 reactionsread 9 September 2026 “Dhiirota jaha wajjin ciisuushee yoon irra gahe nandhiisamoo nanfuudha?”
Baga sambat-duraa geessan! Akkam jirtu, yaa dubbistoota namoota biyya koo? Ani obboleessi keessan nagaya [Galata isa nu uumee]🙏 Barruun kiyya har’aa hunda hirmaachisaadha [Dhiiras shamaras]. Garuummoo koorniyaa shamarranii mufii kaasisuu mala. Kanas ta’u sana waliinuu itti haa adeemnu; naduukaa bu’aa!👇
“Akkam jirta Lammoo? Mee guyyaa tok…
❤1
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC239 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC241 viewsread 9 September 2026 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Teeknooloojii Adeemsa Baruu Barsiisuu Gargaaru Hojiirra Oolchuuf Yaalii Xumuruu Beeksise.
****//*******
Caamsaa 28/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Appilikeeshinii adeemsa baruu barsiisuu teeknooloojii hubannoo nam-tolcheen(Artificial Intelligence)n deeggaramu(#Agentic_AI_Teacher_Assistant) jedhamu misoomsuun hojiirra oolchuuf Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa yaaliif filataman kees…
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC204 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC143 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC276 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC347 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC175 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC136 viewsread 9 September 2026 Photo
Waamicha Qaxarrii
==============
Dire Dawa Health Bureau
👇👇👇👇
https://t.me/solomondabale2023
Signed Rabira Nuguse
6 Jun 2026, 05:45 UTC217 viewsread 9 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Rabira Nuguse
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @hireejobs. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.