26 Aug 2026, 16:16 UTC130 views0 reactionsread 29 August 2026 Photo
Kabajamtoota Maatii Barattootaa!!
👉 Galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 ALH Hagayya 26/2018 E.C. irraa hanga Qaammee 5/2018tti kan gaggeeffamu ta’a.
👉 Bakki duwwaan gahaan waan hin jirreef, hojjettoota Yuunivarsiitii Jimmaa (JU)tiin alatti barattoota haaraa hin fudhanne ta’uu isaa cimsinee isin hubachiifna.
Galatoomaa!
======//=====
የተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች፣
👉 የ2019 ዓ.ም. የትምህርት ዘመን የተማሪዎች ምዝገባ ከነሐ…
Signed Habtamu Adugna
19 Aug 2026, 17:35 UTC335 views1 reactionsread 29 August 2026 Photo
Guyyaan Galmee Barattootaa bara Barnootaa 2019 Hagayya 26/2018 hanga Qaammee 5/2018 ALHtti waan ta'eef maatiin kanuma beekuudhaan qophii dursaa akka gootan kabajaan isin beeksifna.
=====//======
የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የተማሪዎች ምዝገባ ጊዜ ከነሐሴ 26/2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5/2018 ዓ.ም ስለሆነ ወላጆች ይህን በማወቅ ቅድመ ዝግጅት እንድታደርጉ በአክብሮት እናሳውቃለን።
=======//=======
Registration for the 2019 E.C. Academic Year
#We respectfully inform parents …
❤1
Signed Habtamu Adugna
19 Aug 2026, 07:15 UTC300 views2 reactionsread 29 August 2026 ሁሉም ሲባል ኬጂን ያካትታል ?
❤2
Signed Michael Mamo
18 Aug 2026, 16:40 UTC319 views0 reactionsread 29 August 2026 BEEKSISA:- Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(#Fayida_ID) Qabaachuun Irraa Eegama!
🫰 Barataan bara 2019 hanga kutaa 12ffaatti jiran hunduu NID malee galmaa'uu hin danda'anu. Kanaaf barattootni hunduu NID isaanii qabatanii FAN isaaniitiin galmaa'uu qabu. Hatattamaan kan hin qabne baafadhaa.
==========================
ማስታወቂያ፦ ሁሉም የሚመዘገብ ተማሪዎች የፋይዳ መታወቂያ ካርድ (#Fayida_ID) ይዞ መገኘት ይጠበቅበታል!
🫰በ2019 ዓ.ም.…
Signed Girma Tadesse
15 Jul 2026, 14:44 UTC533 views8 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @JimmaAmericanCornerPhoto
Welcome to the Summer Training Program, organized by Jimma American Corner in collaboration with industry professionals and community partners. This program is designed to equip participants with practical, hands-on skills through a range of specialized training tracks, preparing them for real-world opportunities and success in today’s dynamic and competitive environment.
Register Here:https://forms.gle/q3uqDZmdeG8m…
❤4🤣4
Signed Habtamu Adugna
1 Jul 2026, 10:50 UTC676 views3 reactionsread 29 August 2026 Forwarded from @jucs4Photo
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018
2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!!
=====//===
Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I.
📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa
🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30
========//=======
የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም.
📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት
🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30
=====…
❤3
Signed Habtamu Adugna
29 Jun 2026, 07:50 UTC585 viewsread 29 August 2026 Photo
📢 BEEKSISA
#Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama.
#Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra.
📍 Bakki: Mooraa Mana B…
Signed Habtamu Adugna
11 Jun 2026, 01:16 UTC811 views6 reactionsread 29 August 2026 File
Share 'Grade 9 Unit 6 Summary note.pdf'
❤2⚡1🌚1🍾1🔥1
Signed Alex
10 Jun 2026, 06:36 UTC766 views2 reactionsread 29 August 2026 File
HPE G.9th last note.pdf
❤2
Signed Beniyam T
9 Jun 2026, 11:34 UTC728 views0 reactionsread 29 August 2026 Photo
Beeksisa
Waxabajjii 02/2018
Kabajamtoota Maatii barattootaatiif
➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu isaa cimsinee isin hubachiifna.
Nagaa Wajjiin!
Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa
========//========
ማስታወቂያ
ሰኔ 02/2018 ዓ.ም
ለተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች
➽ የሰኔ ወር …
Signed Habtamu Adugna
9 Jun 2026, 11:34 UTC808 views2 reactionsread 29 August 2026 NOTICE
June 02, 2018 E.C.
To Respected Parents/Guardians,
➽ This is to kindly remind all parents/guardians who have not yet paid the June 2018 E.C. school and transportation fees to make the payment as soon as possible.
➽ We would also like to strongly inform you that students whose school and transportation fees remain unpaid will not be allowed to sit for the Second Semester Final Examination.
Thank you for your co…
❤2
Signed Habtamu Adugna
9 Jun 2026, 11:34 UTC565 viewsread 29 August 2026 File
June month Student fee Bill
Signed Habtamu Adugna
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @jucs1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.