24 May 2026, 07:17 UTC330 views1 reactionsread 5 September 2026 K/Abiyyi Maraate 🤣
Murni shiftaa PP Waraana koorii 2 Lixa Tigiraayirra buqqeesse Lixa biyyitti Naannoo Asoosatti qubsiisee Dahannoo qotachaa jirti.
Gama birootiin ammoo hedduu kan itti Abdatee ture Dirooniin Akanjii /BayrKiter/Sudaan keessatti Rukatamee kufuun Naasuu hamaa qehee PP goolaa jira.
Itti muddii boo
👍1
15 Feb 2026, 15:44 UTC681 viewsread 5 September 2026 Maashinni Waraanaa kaaba impaayerichaatti lola oomishuun beekkamu ajandaa waraana inni dhaluun barootaf lubbuun dargaggoota gama kibbaa hedduu nyaatamte. Keessahuu dargaggeessi Oromoo lola wikkilinnaa (proxy war) gama sanatti dhalatu keessatti hirmaachun aarsaa guddaa kaaffale. Waraanni dhalatu kamuu xiqqaattus dantaa wayii of keessaa qaba. Dargaggeessi Oromoo garuu tola dinaaf diinasaan loluu keessatti aarsaa hin b…
2 Feb 2026, 11:12 UTC604 views8 reactionsread 5 September 2026 Photo
Dubbii Ajajaa Ol Aanaan ABO WBO Jaal Marroon Gaaffiif Deebii Miidiyaa Wajjin Godhan Keessaa Kan fudhatameedha.
“Mootummaan kun Afaan qawwee qofa beeka. Ammaaf Afaanuma isaan beekan, Afaan Qawweee qofaan wajjin haasofna!”
“Lolli keenya namoota nagaa waliin utuu hin taane, sirna saba keenya cunqursee dhaloota darbaniif miidhaa jiru irrattii fi
Sirna Oromoo lammii biyyattii keessaa gad buusee ilaaluun wal waraanaa jirra…
❤7👍1
7 Jan 2026, 06:57 UTC637 viewsread 5 September 2026 Photo
suuraa kana maxxansanii haquun RIB fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irraa dhahannaa onnee Isaayyaas ilaaluuf moo maali laata?
Waan itti hin amanamne maaliif dursa maxxansan?
Nullee mirqaansanii nu gaddisiisan🤣🤣
7 Jan 2026, 06:49 UTC511 views1 reactionsread 5 September 2026 Video
Finxaa**leyyiin Faan*noo Amaa*raa kun gariin karaa nagaa galeera kan hafe barbadaa***yeera nuun hin jenneeyii isaan kun Maalidha?
Nagaan Oromiyaaf haa tahu!
👎1
23 Dec 2025, 18:22 UTC560 viewsread 5 September 2026 https://t.me/MEXC_88bot
21 Dec 2025, 04:29 UTC597 viewsread 5 September 2026 #Alert
Kolonel abiyyiin tikoota dhokatoo (spy) warra jedhaman leenjisee eebbisuun isaa dhiheenya kana!
Akka odeeffannoo argannetti! Warri leenji'e kun irra guddaa keessoo pp ta'anii warra diina ppf hojjetan, hojjetoota mootummaa malaan maltummaa irratti bobba'an qoratee hordoffii guddaa booda tarkaanfii ajjeechaa dhoksaan akka irratti raawwatan murteessee jira.
Jarreen kana keessaa namoota 350f mana jireenyaa qaa…
16 Dec 2025, 16:25 UTC542 viewsread 5 September 2026 Odeessa 4kiloo
=============
Odeessa qabatamaa amma argannen baanki biyyaatti kamiyyuu keessatti account nama dhunfaa irratti birr miliyoona 100 ol guyyaa 90f sochii hin taasisin jira taanan birrin achirraa jiru gaaffi abbaa qabeenyan ala akka gara account motummaatti akka fudhatamuu ajajii gahee jira.
Hanga ammattis akka biyyatitti namoota ykn abbaa qabeenya 35 ol feedhi isaanin ala birriin bahee akka jiru bira gee…
27 Nov 2025, 16:18 UTC714 viewsread 5 September 2026 ▶️ Gareen Hayiluu Gonfaa fi fakkaatota gandaan ijaarame,kan maqaa "obbolaa lamaan gidduutti lolli ta'u, haa dhaabbatuu" Silence the Gun"jedhu qabattee siyaasa pp foffooyyessaa akka turte miidiyaa hawaasaa warri hordoftan ni yaaddattu jedheen hubadha.
Ammoo achirra dhaabbatanii gantoota muraasa asiin dura rifeensa irratti hambisanii iddoo gara garaatti bobbaasanii uummata ajjeesisaa turan, kanneen saamicha uummataa i…
27 Nov 2025, 16:17 UTC540 views1 reactionsread 5 September 2026 Photo
Loltoonni Giinii-Bisaawuu Fonqolcha Mootummaa raawwachuun aangoo qabachuu isaanii karaa fooddaa televijiinii mootummaatiin mirkaaneessan
Loltoonni Giinii-Bisaawu fonqolchaa Mootummaa raawwachuun angoo qabachuu roobii kaleessaa televijiinii mootummaa biyyatti irratti bahanii mirkaneessan.
Filannoo biyyaalessaa biyyattii erga gaggeeffame guyyoota sadii booda naannoo masaraa pirezidaantichaatti dhukaasni banamuu isaa …
❤1
16 Nov 2025, 16:26 UTC680 viewsread 5 September 2026 Photo
Addunyaan warra eeggatan
osoo hin taane
warra socho'aniif jilbeenfatti.
Booji'aanii irraa guuruun itti fufa...
WBOn Duratti....
Injifannoon akkuma itti fufeetti jira.
IUOf
15 Nov 2025, 16:40 UTC716 viewsread 5 September 2026 Photo
Faannoon ergama kan fudhattu 4Kiloo Irraati kan jennuuf kanaaf.
Gareen abbooti amantii dhimma dhumaati nama nagaa naannoo Arsiiti dhumatan qorachuuf bobbaa'e ibsa dhengadda kennaanin rakkoo sana guutummaati kan rawwaate faannoo dha jedhanii wan dhiyeessanif qaama motummaa irraa dararri cimaan irra gahaa abbootin amantii kun himachaa jiraachu jiru.
Akka gareen qorannoo yakkaa abbooti amantaa kun jedhaniitti taate ba…
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @kellomedia5. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.