8 Aug 2026, 19:53 UTC2 views1 reactionsread 9 August 2026 Bubbeen Kami Illee Yesuus irraa addaan si baasuu hin danda'u.
"Jabaadhaa, Innoo anaa hin sodaatinaa." Maatiwoos 14:26
Pheexiroos gaafi tokko Yesuus galaana irratti argee gara Yesuusiin dhaquu barbaade. Haa ta'u garuu, murtoo inni gara Yesuusiin dhaquu irratti murteesse irratti bubbee jabaan itti ka'e. Innis haala qilleensaa sana ni sodaate. Yesuus garuu qilleensa jabaa sana keessatti hixatee harka isaa qabe.
Bubbee…
❤1
7 Aug 2026, 18:54 UTC13 views1 reactionsread 9 August 2026 Sanbata Garii
Guutuu isaa gadi Lakkifame jira ittiin eebbifamaa
https://youtu.be/8zAApceShtk?si=QqEeS3lIVr4YgXeN
Waan kenyaa jabefachuu Aadaa kenyaa 💪💪💪💪
❤1
7 Aug 2026, 17:01 UTC189 viewsread 9 August 2026 Photo
Happy Sabbath ✨
7 Aug 2026, 08:16 UTC17 viewsread 9 August 2026 https://www.facebook.com/share/19JBC6j6bd/
2 Aug 2026, 12:10 UTC21 viewsread 9 August 2026 https://youtu.be/OTXXP2arZG0?si=D5VqLl2ClaTWwlpe
1 Aug 2026, 06:54 UTC17 viewsread 9 August 2026 Wangeelli waan lama dadhabbii isaas baannee bu'aa isaas eeganna
Yoo akkas hin taane of-gowwomsinechi abdii maalii qabna.
Happy sabbath 🙌
31 Jul 2026, 15:49 UTC10 viewsread 9 August 2026 Forwarded from @haftuuproductionPhoto
✝️ “Ani hamman jirutti sin galateeffadha, harka koo ol qabees maqaa kee nan waammadha.”
— Far. 63:4
Hunduma keessaniif SANBATA GAARII haa ta'u!🙌
🌟 Outstanding Poster designed by: @haftuu_graphics
30 Jul 2026, 05:45 UTC17 viewsread 9 August 2026 https://youtu.be/WsQU-psRBjc?si=XD_YatAqMrpBzPLv
28 Jul 2026, 13:00 UTC18 viewsread 9 August 2026 Photo
Ergaa guddaatu irraa baratama.
killeen yoo alaan cabee, jireenyi nii dhaabbata. Yoo keessaan cabee garuu, jireenya haaraatu eegala!
Guddinni fi jijjiiramni dhugaa alaan sin mudatu; keessoo kee ( your inner potential) keessaa burqa. Dhiibbaan alaa, qorumsi fi jechi namaa si cabsuu danda'a, garuu kutannoo fi milkaa'ina keessoo keetiin cabsitee yoo baate, addunyaa kana irra dhibbaa guddaa uumuu dandeessa. Humna keesso…
27 Jul 2026, 09:18 UTC20 viewsread 9 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
27 Jul 2026, 09:18 UTC19 viewsread 9 August 2026 Irraa baradhaa
Bineensan yeroo heddu fakkeenya irraa fudhadhee fayyadame arge kana duukaa wal baraa.
Bineensa akkaan xiqqoodha, Yeroo baayyee qofaa deemuun beekamu, maqaan isaa ‘Honey badger’ jedhama.
Haa ta’u malee, waan tokko gochuuf ka’ee eenyuun sodaatee duubatti hin deebi’u. Sodaa xiqqoon keessa isaa hin jiru; kanaanis ‘Guinness World Records’ irratti "bineensa sodaa hin beekne" jedhamee galmaa’ee jira.
Bineenso…
27 Jul 2026, 09:18 UTC19 viewsread 9 August 2026 Nama kabaji malee hinsodaatiin.
Hunda gaafa eegaluuf jettu Jabaa Waaqayyoon Jilbeenfadhuu itti waami.
Kanumaan galma geessa.
Lakkoofsi Zeeroo jedhee eegalee Miiliyoona ta’a, xiqqoo irraa eegaluu hinsodaatiin.
#kanuma
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @shinegraphicsandpro. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.