20 Jun 2025, 10:03 UTC≈3,030 views19 reactionsread 20 August 2026 Tibba tokkootti hogganaa Afriikaa tarkaanfachiisaa yaada haaraa ta'an keessaa akka tokkootti kan yaadamanii turan Isaayaas Afawarqiin erg aangoo qabatanii waggaa 32 lakkoofsiisan illeen abdiifi abjuu isaan milkeessuu hin dandeenye.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g68I53Z
❤13👍4😁2
20 Jun 2025, 10:03 UTC≈2,200 views5 reactionsread 20 August 2026 Kuusaawwan gabbiisa Yuuraaniyeemii Iraan barbadeessuun namoota naannoo sana jiran irratti balaa qaqabsiisuun alatti rakkoo cimaa biraa hin kakaasu jedhu qorattoonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d1WYrzV
👍5
19 Jun 2025, 10:50 UTC≈1,830 views5 reactionsread 20 August 2026 Tarkaanfii ija jabinaa fudhatameen, raadiyoo fi meeshaaleen qunnamtii gara biraa miseensonni Hezbollaa itti fayyadaman gara meeshaalee harkaa dhoo’uutti jijjiiraman. Meeshaaleen kunneenis hordoffii sadarkaa olaanaa Israa'el jalaa miliquudhaaf akka mala nageenya qabuutti kan yaadaman yoo ta'u, garuu harka fayyadamtoota isaaniitti dhoosuun namoota hedduu ajjeesauun kanneen kuma hedduu ta'an madeessan.
via BBC News Afa…
👍2🙏2❤1
19 Jun 2025, 10:50 UTC≈1,440 views3 reactionsread 20 August 2026 Viidiyoon barattoonni dubartootaa qabduu harmaa uffachuun isaanii ilaaluuf yoo sakatta'aman agarsiisu garmalee qoodamaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F26YxK7
👍2❤1
12 Oct 2024, 09:46 UTC≈2,990 views7 reactionsread 20 August 2026 Dureewwan biyyoota Somaaliyaa, Ertiraafi Masrii magaalaa guddoo Ertiraa Asmaraatti walgahii taa'an nageenyarratti waltumsuuf waliigalan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pvYPiMq
❤5👍2
12 Oct 2024, 09:46 UTC≈3,200 views7 reactionsread 20 August 2026 Dhiheenya adda waraanaa baha Yukireen keessa yoo xiyyaarroonni aara adii yaasan lama samuu qaxxaaamuraniiru jechuun, kana jechuunis waan himu qaba. Jeettiiwwan Raashiyaa haleellaa raawwachuuf jechuudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/e4Max5m
🙏4👍3
12 Oct 2024, 09:46 UTC≈3,980 views57 reactionsread 20 August 2026 Israa'el humna lafoon Libaanos weeraruun Hezbollaarratti duula erga eegaltee torban lama guutera. Kamisa halkan haleellaa magaala Beerut irratti raawwaatteen namoonni heddu du'uu hordofee Lobaanositti waraanni akka dhaabatuuf waamichi taasifamu jabaataa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VIMks5B
👍27❤16🤩14
25 Aug 2024, 07:24 UTC≈2,270 views2 reactionsread 20 August 2026 Qorannoon haaraan akka agarsiisutti shamarran Ameerikaa marsaa laguusaanii jalqabaa dafanii argu.Qilleensa faalamaf saaxilamuun gartokkoon gumaacha qaba jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FPMAqQc
🎉2
25 Aug 2024, 07:24 UTC≈3,170 views11 reactionsread 20 August 2026 Itoophiyaan deeggarsa mootummaa Gamtaa Imireetota Arabaa (UAE) irraa argameen lammiileen miliyoona shanii ol leenjii dijitaalaa akka argatan taasisuuf hojii eegalteerti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/L5XvH4p
🙏5👍4❤2
25 Aug 2024, 07:24 UTC≈2,000 views2 reactionsread 20 August 2026 Gosooti hojii namoota baayyeen dalagaman fuulduratti hojii tahuun isaanii ni hafa. Ragaan dhaabbata diinagdee World Economic Forum akka agarsiisutti dhimmooti lama haala kana ibsuu danda'u.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FwkvyUG
🤩2
15 Aug 2024, 05:53 UTC≈1,390 views5 reactionsread 20 August 2026 CV erguun yeroo dheeraaf iyyannoo hojii keessatti dhagaa bu’uuraa ture. Garuu akkuma gabaan hojii guddachaa dhufeen ammallee kaadhimamtoota namoota hedduu keessaa adda bahuu barbaadaniif filannoo hundarra murteessaadhaa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JjKuGQP
💯3❤1👍1
15 Aug 2024, 05:53 UTC≈1,590 views4 reactionsread 20 August 2026 Haleellaan tasaa Yukireen gaafa Hagayya 6 Raashiyaa irratti raawwatte Mooskootti qofa osoo hin taane namoota Yukireen keessa jiraataniifi alaa warra taajjabaniifis waan hin eegamne ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/t2ifFOs
⚡2❤2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BBC_Afaan_Oroomo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.