20 Aug 2023, 13:16 UTC≈5,120 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @BontuBekelePhoto
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala gootaa!
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0muRvCSxgwfxZ1ne17RzQMea5vdUpraKYnZNrXByGqqaf7jpDAj3VSWqhZnKcVi96l/
Signed Dine Mohammed
3 Aug 2023, 20:46 UTC≈4,940 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
Tigiraayitti: labsii duguuggaa Sanyii raawwatan. Daa’imman hedduu gudeedan; dargaggoo hedduu ammoo boolla tokkotti rashanan.
Benishanagulutti: Oromoo Matakkal, Gumiziifi sinaashaa diguugan.
Qimaantiifi Wallootti: lubbuu ilmoo namaatti geeraran. Dhukkubsataa ambulaansiirraa buusaniitu jeeji’an. Manneen amanataa hedduu abiddaan barbadeessan.
Biyya keessa qofa miti; ollaattis hiixatanii Sudaaniifi Itiyoophiyaa walitt…
Signed Dine Mohammed
27 Jul 2023, 15:18 UTC≈3,520 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
Gadda guddaa: nama guddaa tokko dhabne har'a. Kichuun ganaa lafaa ol guddatu yoo karaatti hafu arguu caalii wanti qalbii nama cabsu hin jiru!
Yeroo hunda biyya keenya keessatti lubbuun namoota qulqulluu akka hin beekkamnee fi nama hin bekkamneen galaafatamti!
Dhiigni miskiinaa dhangala'eetuma hafa.
Qaamni seeraa garuu qorannoo mana yaalaa irraa argatanis isoo ummataaf hin ibsin irra diddibanii ukkaamsanii bira darb…
Signed Dine Mohammed
9 Jun 2023, 18:13 UTC≈3,590 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid034cC6gzBnADsqH5gro9TYhJdmD2CMHYtyckTbHPoieUm56ZbpWScbaN3fiocqzqFAl/
Signed BULLOO
20 May 2023, 12:12 UTC≈3,690 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
Oromiyaan gadda irra jirti😥
Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde...
👉https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02xfjP9BqnaE1kk1cCmMQTBhusg17wDLVDEcosdMqK4YzMFdNwHqvRVFGRjYK5wbdnl/?app=fbl
Signed BULLOO
23 Apr 2023, 18:32 UTC≈3,630 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @BontuBekele
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0jcLzdgGPNpS7TU2u2kk7JYyPxHqFUi2ZDtUdCZiM7HV3QMnAbKU2GCcsT7ixGwhWl/?app=fbl
Signed BULLOO
1 Apr 2023, 19:39 UTC≈24,100 viewsread 7 August 2026 Photo
Nagaan koottu
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/530130056002648/
Signed BULLOO
23 Mar 2023, 05:14 UTC≈4,220 viewsread 7 August 2026 https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0517431734
👉 Start Jechuun Bank Oromia irra badhafamaa taha
Signed BULLOO
8 Mar 2023, 14:27 UTC≈3,870 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
Akkam jirtu oromoo koo account haaraan dhufneerraa fuula instagram koo link kana banuun follow godhaa🙏 otoo hin goone hin darbinaa👇👇
https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM=
Signed BULLOO
8 Mar 2023, 09:15 UTC≈3,490 viewsread 7 August 2026 Forwarded from @EtanaHabtee
OPDOn waan ummanni dide gochuurraa ofqusachuu qabdi. Ummata dhaggeeffadhaa!
Signed BULLOO
11 Dec 2022, 17:32 UTC≈5,420 viewsread 7 August 2026 Dhimma alaabaa Oromiyaa Finfinnee keessa mana barnootaa lama sadii keessa fannisuu kana diraamaa Abiyyi gaaffii Oromoo gadi xiqqeessuun darbee ammoo Oromoo ittiin qaanessuuti.
1) Oromiyaan alaabaa Oromoodhaan mirkanaa’e hanga ammaatti hin qabu. Waggaa sadii dura yaaliin Lammaa Magarsaa alaabaa Naannoo Oromiyaa gara alaabaa uummanni jaalatutti fedhii uummataatiin haa jijjiirru jedhee Koree Giddu Galeessaa ODP irratti…
Signed BULLOO
9 Dec 2022, 17:35 UTC≈3,710 viewsread 7 August 2026 Dhaaba Oromoo kamuu tahu kan tokkummaa sabichaa dhugoomsee of duuba hiriirsuu danda'u qofatu impaayerattis tahee guutuu Gaanfa Afriikaa keessatti kabajama, sodaatama. Gaafas nagaan bu'a.
Signed BULLOO
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @FaaizaaIliyaas. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.