2 Sept 2026, 15:12 UTC604 views9 reactionsread 3 September 2026 THEN WHEN?
I waited for you—
not for a day,
not for a month,
but for that moment
you would finally say,
“I’m ready.”
Then when?
When will your eyes
stop searching for reasons to leave
and finally look at me
like I am the place
you were always meant to stay?
When will your silence
turn into an answer?
When will the distance
between your heart and mine
become nothing
but a memory?
I have carried your name
through…
❤8👍1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 15:04 UTC575 views4 reactionsread 3 September 2026 one final message:
"I won't disturb you anymore.
I just needed to know
whether any part of you
ever loved me the way I loved you.
You don't have to explain.
You don't even have to say goodbye.
Just answer me once—
so I can finally stop waiting."
❤4
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 14:16 UTC641 views9 reactionsread 3 September 2026 Obsi garuu....
Inni jiru, isa hin jirre sana Caala. Hubadhu ! Yeroo mara obsuun dirqama miti, filannoo biraa yaaluun ni danda'ama, akkuma jadhame jacha hayyicha tokko keessatti
"Obsi filannoo Qabne, bilaash yeroo kee fixus ni ta'a" jadhee ture. Obsi Kan Bareedu tattaaffii Waliini obsi , garuu tattaaffii malee tahuu hin Qabu.
👍7❤1🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 07:29 UTC930 views5 reactionsread 3 September 2026 🖤Ko, Oduu kee malee
Oduu maalii qaba💎ko?
❤3👏1🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 07:28 UTC915 views9 reactionsread 3 September 2026 Nama 'garmalee jaallatta' yoo ta'e,.
Yeroo tokko tokko ofii keenyaa baay'ee nama tokkoof kennina waan ta'eef ofii keenyaafis jaalala xiqqoo dhiisuu daganna.
Gad fageenyaan dhimmamna, salphaatti dhiifama goona, waan hunda hubanna, yeroo garaan keenya dadhabellee mul'achuu itti fufna. Akkasumas yeroo wanti tokko kufe, nama sanatti qofa maxxannee osoo hin taane, waan kenninu hunda, waan abdannee fi waan isaan waliin y…
❤6👍2🔥1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
Channel photo updated
2 Sept 2026, 06:31 UTC950 views6 reactionsread 3 September 2026 Photo
Humni tokko...
Adda isheetii gadi,
funyaan ishee gararraa
Nyaara ijashee gidduu
Morma isheetii gadi,
handhuura gararraa
Guntuta ishee gidduu
Gadi siqees gidduu...
Lolee kan injifatu,
qofaa isaa miira
Humni cimaan tokko,
gidduu lamaan jira!
Dhiifama Nama Harkisa
💎koo🖤koo
❤4👍1🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 05:53 UTC894 views8 reactionsread 3 September 2026 Bifa kee fi uffata ati ofirraa qabdu caalaa, Jaalala, Kabajaa fi ulfina ati namaaf qabdutu namummaa kee ibsa. Isaan kun Gonfoo keeti.
Amala akka Nadhii Dammaa Qabda
( Warqeeko 🖤ko 💎ko)
❤6👍1🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
2 Sept 2026, 05:46 UTC900 views3 reactionsread 3 September 2026 Karaa kee wanti naaf ta'e akkuma jiru wanti natti hir'ates jira. Ta'us isa natti hir'ate caala isa karaa kee naaf ta'etu caala Guddaadha. Kanaaf Isa yeroo kamii caala sin Jaaladha Yeroo Kamiyyuu.
❤3
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
1 Sept 2026, 12:20 UTC≈1,350 views18 reactionsread 3 September 2026 Photo
Yeroo tokko tokko miirota keenya jechaan ibsachuu dadhabnee Imimmaan fayyadamna.
👍13❤3👏1🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
1 Sept 2026, 12:19 UTC≈1,260 views11 reactionsread 3 September 2026 Photo
Marcuma kabajaatu si eegaa jira.
❤6👍4🔥1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
1 Sept 2026, 09:50 UTC≈1,340 views15 reactionsread 3 September 2026 HIN SODAATIIN
🌍
WAAQAYYO SI OOLCHA!
❤9👏4👍2
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
Showing the 12 most recent of 131 posts we hold for @ForAllthingsEye. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.