5 May 2026, 08:59 UTC≈3,340 views39 reactionsread 5 September 2026 Namoota yeroo nama hunda biratti hin mul’anne si argan jaalachuu
1. Hiika yaadaa kanaa hubachuu
Yaadni “namoota yeroo nama hunda biratti hin mul’anne si argan jaalachuu” jedhu, namoota yeroo rakkoo, dhiphinaa fi yeroo namni biraa si hin hubanne, si waliin dhaabbatan ibsa. Namoonni akkanaa, yeroo gammachuu qofa osoo hin taane, yeroo dukkanaa keessattis si argu; jechuunis, rakkoo kee, miira kee fi dhugaa jireenya kee …
❤26👍9👏2🤯2
12 Apr 2026, 09:41 UTC≈3,620 views20 reactionsread 5 September 2026 Namoonni dachee kana irra jiraatan yeroo hunda yaadoota lama maddisiisaa oolu. Kana immoo yoo hirama itti laanne ilaallu:-
❶Namoota Yaada gaarii yaadan (optimistic).
➋Namoota Yaada hamaa yaadan (pessimistic) jechuun hiruun nii danda'ama.
Yaadonni nuti sammuu keenya keessatti maddisiisaa Oollu galaa jireenya nuti gara fuulduraatti jiraannuti. Toora milkaa'inaa keessa seenuuf yaadoota gaarii ta'an kan kennaa kee wal…
❤15👍5
6 Apr 2026, 20:12 UTC≈3,390 views24 reactionsread 5 September 2026 ⏰️ "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa utuu hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne)
👍 Dhugaan jiru jireenya kee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isa…
❤18👍6
1 Apr 2026, 14:56 UTC≈3,350 views23 reactionsread 5 September 2026 "Harka namaa ilaaluurra, halkan ka'anii hojjechuu wayya," jedhu Chaayinoonni.
Dhuguma, ofii cimanii yoo hojjetan, kan argatanis guduunfachuun dirree hojii biraatti yoo ce'an milkaa'ina. Walitti fufiinsaan jabaatanii yoo hojjetan, maallaqa furdaa kuufatu; maallaqni sunimmoo:
• Mana akkamii keessa akka jiraattu murteessa.
• Gosa nyaataa akkamii akka soorattu murteessa.
• Hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an murteessa.
• …
❤17👍6
19 Jul 2025, 15:05 UTC≈10,400 views99 reactionsread 5 September 2026 Wanti ati qabdu qabaa barbaada!
◈ Ilaalchi gaariin dhalootaaf riqicha ta'u, namoota gaarii qabaa qabeenya isaanii eeggatan keessa jira.
◈ Qabeenyi guddaan kan mootummaan hin beekne ati duwwaan beekuu qabdu si keessa jira.
◈ Bara namni jireenya dhiisee bara lakkaa'aa jiru kanaatti amala qabeenya keef eegdu ta'u kudhaammattee kaayyoo
uumamteef jiraachuun gatii jabeessa guddaadha.
◈ Amalli ati qabdu qabeenya keef orma t…
❤73👍21🌭3👏2
7 Feb 2025, 18:58 UTC≈11,300 views94 reactionsread 5 September 2026 Ganama Yommuu Kaatu Wantoota Gochuu Qabdu (3)
1ffaa. Karooraa fi yaada
gaariidhaan ka’i!
Galgala karoorfadhuu buli, ganama yommuu hirriiba irraa kaatu immoo karoora sana hojiitti hiikuu jalqabi. Ganama yeroodhaan akka kaatuuf galgala yeroodhaan rafuun gaarii ta’a. Namootni hojii isaaniitti milkaa’an baay’een ganama sa’aatii 11:00 booda ka’uudhaan guyyaa isaanii jalqabu waan ta’eef ganama sardama hin taane keessa …
👍66❤20👏4🔥4
13 Jan 2025, 07:15 UTC≈9,290 views57 reactionsread 5 September 2026 Mala Rakkoo - የችግር ዘዴ ✅
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🗣️ Namtichatu mootii biyyaati, bara qaroominni hedduun hin babal’atin. Guyyaa tokko miilaan, kophee malee, garee isaa waliin ta'ee daandii dheeraa deemee deebi’e. Karaa dheeraa deemuu isaa irraan kan ka’e yoo mana galu miilli isaa ni dhiige.
Namtichi kun aangoo guddaa qaba. Rakkoo isa mudate kana hiikuudhaaf tajaajiltoota isaa waamee ajaja tokko dabarse. Ajajni sunis daandiin biyya …
❤35👍21👏1
13 Dec 2024, 23:00 UTC≈9,380 views70 reactionsread 5 September 2026 Seera 15 Ittiin Jiraachuu Qabnu
• Galateeffadhu!
• Gaarummaa hojjedhu!
• Barbaachisaa ta'i!
• Jabaadhu!
• Jaalala qabaadhu!
• Kabajamoo ta'i!
• Kabaja Qabaadhu!
• Gonkumaa Hin Dhiisin!
• Gonkumaa Hin Sodaatin!
• Mo'amuu Didi!
• Gammachuu Qabaadhu!
• Fayyaa qabaadhu!
• Amanamaa Ta'i!
• Ofitti amanamummaa qabaadhu!
• Gad of deebisi!
🔑Join🔑 @Oromo_Positive ♻️share
👍57❤11👎2
5 Nov 2024, 22:00 UTC≈9,180 views52 reactionsread 5 September 2026 "Yaadni ati waa'ee wantootaaf qabdu si miidhuu yookiin si gargaaruu danda'a. Pozaatiivii ta'i."
Positively Yaadi!
Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi …
👍41❤11
1 Sept 2024, 22:06 UTC≈14,000 views58 reactionsread 5 September 2026 1. 𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗸𝗲𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘅𝗶𝘆𝘆𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂.
Jireenya keessatti maal galmaan gahuu barbaadda? Waan barbaaddu erga beektee booda humna kee galmaan ga’uuf xiyyeeffachuu jalqabuu dandeessa.
2.𝗪𝗮𝗻𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗵𝗵𝗶𝗿𝗮𝗻 𝗱𝗵𝗮𝗯𝗮𝗺𝘀𝗶𝗶𝘀𝘂𝘂.
Kana jechuun bilbila keessan cufuu, email keessan cufuu fi bakka tasgabbaa'aa itti hojjettan barbaaduu jechuudha. Akkasumas wantoota naannoo kee keessaa yaada namaa jeeqan kan biroo kan akka w…
👍42❤16
23 Aug 2024, 21:04 UTC≈11,500 views49 reactionsread 5 September 2026 Qabeenyi kee inni guddaan bakki itti kuufamee argamu eessadha beektaayii? Sammuu kee keessatti; kanaaf sammuu keetiif eeggannoo godhadhu!
Eeee...
Waan hunda irraa ol fagaadhuu imali; adaduma ol siqaa deemtuun, wanti lafa irratti raawwatamu hundi, ijatti si xiqqaataa deemaa beeki; lubbuu malee sammuun kee waan qabatamaa hin qabne hin fudhattu, nagaan jiruu kee jiraattaa, mee al tokko ol siqii socho’i, kuufama beekum…
👍32❤12👎5
3 Aug 2024, 08:17 UTC≈12,200 views81 reactionsread 5 September 2026 🔻 Yeroo hunda jijjiiramuu kan dandeenyu yoo yaada sammuu keenya keessaa burqu itti fayyadamnedha! Sababni isaa jijjiiramni inni dhugaan keessaa eegala!
✪ Yaadota sammuun keenya burqiisisu baafnee irratti hojjechuurratti sodaa qabna taanan sodaan keenya jijjiirama sadarkaa tokkorra akka turruu fi jijjiiramuu irraa nu dhorka!
✪ Kanaaf sodaa kana balleessuuf naannoo keenya kan sodaa itti mo'achuu dandeenyu uumuun irra…
👍61❤10🔥6👎2👏2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Oromo_Positive. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.