18 Apr 2026, 09:03 UTC≈1,350 views23 reactionsread 4 September 2026 Hantuuta sodaattuu.
Hantuuta adurree bayyee sodaattuu tokkotu ture. Sodaa adurree irraa kan ka'e fala barbaadachuuf gara ogeessa tokkoo deemtee "adaraa maalo adurree sodaachuko irraa kana ka'ee jiraachu hin dandeenye gara adurrettii na jijjiiraa"jetteen.
Ogeesichis tole jedhee gara adurrettii ishee jijjiire haa ta'u malee yeroo biraa Yeyyii argitee sodaan isheen innii durii ittii deebi'e. Ammas gara ogeesichaa de…
❤15👍8
10 Apr 2026, 09:12 UTC≈1,340 views8 reactionsread 4 September 2026 Guyyaa tokkoo namicha falaasama hordofuu fi nama qaroo dhabeessaa tokkotu waa'ee macaafa qulqulluu irrattii waliin mormu turan.
Namichi innii falaasama hordofu macaafi qulqulluun oduu durii sooressonnii hiyyesota hacuucuf fi gadi aantummaa akka ittii dhaga'amu gochuuf barresanidha malee Waaqayyoo wanti jedhamu hin jiru jedhe. Namichi innii qaroo dhabeessii garuu akkana jechuun hiriyaa isaaf gaaffii dhiheessee.
"Tol…
❤8
24 Mar 2026, 19:52 UTC≈1,410 viewsread 4 September 2026 Bara jireenya jiraattuu kessattii gammachuu dhugaa argachuu barbaaddaa yoo ta'e waa namaa hiixachuu shaakali.
Formulan gammachuu dhugaa ittiin argatan kennuu × kennuudha.
Eebbifamaa.
#Oduudurii
Channel photo removed
31 Jan 2026, 19:17 UTC≈1,510 views2 reactionsread 4 September 2026 Namoonnii Magaala naqamtee jirtan group kana join gochuun meesha barbaaddan mana keessan teesanii ajajachuun iddoo jirtanittii isin dhufaa kanaafu join gochuun ittii gargaaramaa.
@sicceonlinework
❤2
7 Feb 2025, 17:27 UTC≈2,270 views15 reactionsread 4 September 2026 DARGAGEESSAA FI GORSA JAARSA TOKKOO!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaa fi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti …
👍8❤7
12 Dec 2024, 20:44 UTC≈2,170 views15 reactionsread 4 September 2026 "Intalli koo Hiyyeessatti hin heerumtu"
Dureessi Addunyaa kanaa Bill Gates Intalli Isaa Maaliif nama Hiyyeessatti heerumuu Akka Hin Dandeenye Ibse. Waggoota muraasa dura Ameerikaatti konfiraansii invastimantii fi faayinaansii irratti gaazexeessan tokko gaaffii fi deebii irratti gaaffii nama hunda kolfisiise tokkon isa gaafate.
Gaazexeessaan akkas jedhee gaafate, " Isin sooressa Addunyaa kanaadha, otuu intala keessa…
👍11❤4
23 Aug 2024, 19:31 UTC≈2,650 views17 reactionsread 4 September 2026 Erga uffata baasaniillee dhuguma wal dhiisu? Kan jedhan jiraachuu maltu! Ani garuu eeyyee jedheen deebisa! Sababnisaa Hafuurri Qulqulluun waan hundumaa gochuu danda'a! Kanaaf ammumallee yaanni foonii isaan moatee afuurri waaqaas keessatti dadhabee yeroo booda waliin fedha foonsaaniif kan haala mijeeffatanii kan wal beellaman hedduun jiraachuu waan malaniif tarii kana yoo dhagahan illee sagalee kanaan of beekuu danda…
👍10❤7
23 Aug 2024, 19:31 UTC≈2,580 views15 reactionsread 4 September 2026 #jaalalleewwan_lameen.
================================
#maaloo_qalbiin_dubbisaa!
#Dargaggeessa tokkotu mucaa #durbaa tokko wajjin wal jaallatan. Sababa baay'ee ishee jaallatuuf akkamittiin akka fedha foonii (#wal_Quunnamtii_saalaa) wajjiin geggeessuu itti yaadee xiinxaluu jalqabe! Sana boodaa humnaan qabe uffata irraa baasu gaafa jalqabu akkas ittiin jette! "Anaafi ati jaalallee dha. Baay'ee wal jaalla…
👍13❤2
23 Aug 2024, 19:24 UTC≈1,820 views9 reactionsread 4 September 2026 Maatama Gaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
▬▬▬▬▬▬▬▬
⓵. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
⓶. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
⓷. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
⓸. Daldala hamilee malee (business without morality)
⓹. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
⓺. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin aman…
👍7❤2
28 May 2024, 19:49 UTC≈2,630 views17 reactionsread 4 September 2026 KADHATICHA!
Namicha waggoota dheeraadhaaf karaa irra taa'ee kadhatu tokkotu ture. Umurii isaas, aduu dhiitee bariitu, karaa sana irra taa'ee waan tokko gochuun dabarsa ture. Innis namoota daandii sanarra isa bira darbaa oolan qarshii kadhachuudha. Guyyaa tokko akkuma yeroo kaanii namichi kara-deemaan tokko isa bira darbuu yoo dhufu, "Adaraa na gargaari. Rabbi irraa argattaa" jedhee moofaa ciccituu isa fuuldura jirtur…
👍11❤4👎2
24 May 2024, 23:23 UTC≈2,620 views10 reactionsread 4 September 2026 GAABBII
Guyyaa tokkoo hojjetaa Ogummaa mana ijaaru (anatsummaa) qabu tokkotu hooganaa isaa bira deemun soorama bahee maati isaa wajjiin jiraachu akkaa barbaadu, kanaaf heyyema akkaa kennuuf gaafata. Ogeesichi hojjetaa jabaa waan tureef hogganaan isaas yemmuu kana dhagahe ni gaddee. Haa ta'u malee yaada isaa akkaa jijjiiruuf karaa baayyee jechootan sossobus yaadasaa jijjiirsisuu akkaa hin dandeenye yemmuu galeef "To…
👍9❤1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @beekumsa11. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.