10 Aug 2026, 08:17 UTC464 views3 reactionsread 28 August 2026 #UTUBAALEE_AMANTII_PIROTESTAANTII_SHANAN:
✔️ #Macaafa_Qulqulluu_Qofa.
📖 “Caaffanni qulqullaa'aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, qajeelchuuf, qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa.”
— 2Xim. 3:16
✔️ #Ayyaana_Waaqayyoo_Qofa.
📖 Efe. 2
⁸ Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii kee…
❤3
6 Jul 2026, 10:20 UTC959 views9 reactionsread 28 August 2026 3. Mootichi,"Gaarummaa Waaqayyoo akkan itti argisiisuuf, maatii Saa'ol keessaa namni hafe tokko illee hin jiruu?" jedhee in gaafate; Ziibaan immoo mootichaaf deebisee,"Ilmi Yonaataan tokko jira; inni immoo miilli isaa lachuu naafa" jedhe.
4. Mootichi itti dabalees,"Inni amma eessa jira?" jedhee in gaafate; Ziibaan immoo,"Inni mandara Lodebaar mana Maakiir ilma Amii'el jira" jedhee deebiseef.
5. Daawit mootichi yomm…
❤9
3 Jul 2026, 16:09 UTC871 views5 reactionsread 28 August 2026 Macaafni qulqulluu of keessaa macaafota 66, boqonnaawwaa 1189 fi caqasoota 31,102 of keessaa kan qabu yoo ta'u, caqasoota kana lamatti qoodnee 15,551 kara duubaatti 15,551 gara fuulduratti yoo goone gidduutti kan nuti argannu maal jedha seetan? eessattis argama isinitti fakkaata?
"Nama amanachuu irra Waaqayyotti kooluu galuu wayya." jedha innis macaafa
Faarfannaa 118:8 irratti argama.
maal jechuun barbaade s…
❤5
2 Jul 2026, 18:13 UTC804 views8 reactionsread 28 August 2026 " Dubbiidhaan yookiis gochaadhaan waanumti isin hojjettan hundinuu maqaa gooftaa Yesusiin haa ta'u; isumaanis Waaqayyo abbaadhaaf galata dhi'eessaa!"
Qolosaayis 3: 17
#maranaataa_Yesuus
#dafii_koottu_gooftaa
@dhugaadhaam
❤7🔥1
1 Jul 2026, 14:21 UTC803 views3 reactionsread 28 August 2026 Waaqayyo gaarii waan ta'eef, gaarummaan isaas bara baraan waan jiraatuuf, isaaf galata galchaa!
Faarfannaa 118:1 (MACQUL)
#maranaataa_Yesuus
#Maranaataa
@dhugaadhaam
❤3
Channel photo updated
Posted without readable text
30 Jun 2026, 13:12 UTC964 views6 reactionsread 28 August 2026 Photo
Yesus deebisee, “Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. ”
Yohannis 14:6
❤4👍2
11 Mar 2026, 06:53 UTC≈1,890 views9 reactionsread 28 August 2026 File
GARAAKEE KUTI - DAWIT GIRMA
✝️
@dhugaadhaam
❤6🤔3
30 Dec 2025, 14:51 UTC≈2,520 views22 reactionsread 28 August 2026 Faarfannaa 134:2 (HAH)
Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii Waaqayyoon galateeffadhaa.
#maranaataa_Yesuus
#maranaataa
@dhugaadhaam
❤18👍3❤🔥1
23 Dec 2025, 06:08 UTC≈2,510 views9 reactionsread 28 August 2026 " Waaqayyo tokkichi akka jiru ati in amanta mitii? Ba'eessa goote! Isa kana hafuuronni hamoonni iyyuu in amanu, in roqomus. "
Yaaqoob 2: 19
#maranaataa_Yesuus
@dhugaadhaam
❤7👍2
22 Dec 2025, 09:57 UTC≈2,470 views14 reactionsread 28 August 2026 Bara sana yoo manaa nu dhaban waldaatii nu barbaadu
Bara sana guyyaa Sanbataaf dilbataa bishaan caalaatti dheebonna
Bara sana Qo'annaa macaafa qulqulluu akka dorgommiitti yaadnee wal morkanna
Bara sana cubbuun cubbuudha
Bara sana Maatiifi hangafni nuuf Gooftaa lammataati
Bara sana yoo kadhanne malee hin nyaannu, manaas hin baanu
Bara sana tajiijilli ji'a jennee tsoomaaf sagada akkasumas kadhata dhoksaa geggeeff…
❤10👍4
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @dhugaadhaam. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.