14 Sept 2026, 20:14 UTC33 views2 reactionsread 14 September 2026 Yeroo sadi....!!
If tuulummaan jireenya jiraannu kana keessatti yeroo sadi namatti dhufa.
1, Yeroo galma guddaa qabattee lafaa kaatu.
If tuulummaan bakka kanatti sitti dhufu wanta ati kaayyeeffattee qabdu san qofa sitti mullisa. Si malee namni tokko akka guddinaan si caaluuf hin teenye sitti argisiisa. If tuulummaan bakka kanatti sitti dhufu immoo osoo if dinqisiifattuuti bakka yaaddu san irraa si hanqisa. Galma l…
❤1👍1
Signed Abdulhakim Nasru
11 Sept 2026, 17:38 UTC139 views8 reactionsread 14 September 2026 Gorsa 5 Kan gabrichi saaliha gurba re'e tiiysu irra fudhaate
Gabricha saaliha tokkotu gurba re'e tiiysu irra dhufe beekumsa hangamtu si bira jira je tiiysite gafaate? Gurbanis gorsa shantu na bira gorsa 5 naf dabalii je'en 🫵
1 Haraam hin fayyadamu osoo halal jiru🤔
2. Kijiba hin fayyadamu osoo dhugan jiru🤔
3 eeybi )hamtu Nama hin dubbadhu oson ififu eeybi hamtu qabu🤔
4 dili hin dalagu osoo rabbiin na ark…
❤8
Signed Abdulhakim Nasru
Posted without readable text
Posted without readable text
Posted without readable text
24 May 2026, 22:04 UTC599 views10 reactionsread 14 September 2026 Forwarded from @HadithOfficialPhoto
« Du'aa'iin tokkoon keenya qaamaa fii qalbii bira jirtuun yeroo qeebaltii keessa ofii fii obboleewwan isaatiif roobsee dhangalaasu; yaaddoo meeqa furtee,cinqii meeqa kaastee,kheeyrii meeqa buustee yookiin sharrii meeqa deebisuu malti. Yeroo guyyaa jumu'aa asrii boodaa hanga maghriibaatti du'aa'iin isii eeggadhaa. Rabbii keessanitti kheeyrii yaadaa. Arjaan kennaan dhangalaasaan nama isa kadhatee isatti waywaatu harka …
❤9👍1
Signed Abdulhakim Nasru
3 May 2026, 15:59 UTC611 views5 reactionsread 14 September 2026 Forwarded from @shaafiimuhammad99
« ilaahii! Arraba waa'ee keetii dubbatu san hin qixaaxin. ija beekumsa gara kee nama qajeelchitu ilaalaa ooltuuf argaa tee hin hoongeeysin. koomee ibaadaa tee raawwachuuf masjiidatti deddeebituus caffee jannataa qopheeysite san keessaa yeruma takkallee taatu hin dhoorkin. Harka waa'ee diin keetii sunnaa nabiyyii keetii ﷺ katabduus hallayyaa ibidda jahannam hin buusin. Guddina fii jabeenya keetiin rabbii kiyya ibidda …
❤5
Signed Abdulhakim Nasru
22 Dec 2025, 18:44 UTC≈1,310 views17 reactionsread 14 September 2026 Waliif jiraachaa waliin jiraachuu!!dha
Jireenya addunyaa kana keessatti namni jabaan fedhe yeroo itti jabaatte laafaadha. Yeroo waliin jireenya keessa jiraattu waliif jiraachuudha.yaadaa fi malaaniis waan dandahuun wal bira dhaabbattee wal utubuutu nurra eegama
Galatomaa
❤15👍1🥰1
Signed Abdulhakim Nasru
8 Dec 2025, 18:23 UTC≈1,170 views11 reactionsread 14 September 2026 🫢🫢Ajaa'iba 🫢🫢🫢
Namni takka si gane, yoo dandaye si'a kuma sigana.
Bishaan Bahar soogidda tahuu isaa baruuf bahara guutuu dhuguun sin barbaachisu
Galatomaa
❤10👍1
Signed Abdulhakim Nasru
25 Sept 2025, 18:26 UTC≈1,250 views17 reactionsread 14 September 2026 Tokkon Nama saaliha akkana ja,a
Yeroo rabbiin obboleeyyan gagggari kheeyrii irratti siin gargaaran siif kanne ..... rabbiin kheeyrii..siin fadhee,jechuu beekii,'
Yeroo rabbiin Akka ISA kadhattu,, du'aa'ii Akka heddummesitu sii godhe haaja tee siif guutuf deema jechuu beekii:
Yeroo rabbiin atii haajaa obboleeyyan keeti akka guuttu si godhe .atiis si milkeessuuf deema jechuu beekii::
.
Yeroo Rabbiin akka Zikrii isa…
❤14🥰3
Signed Abdulhakim Nasru
21 Sept 2025, 17:48 UTC≈1,020 views8 reactionsread 14 September 2026 Rasuulli ﷺ akkana ja’a “Muslimni obboleessa muslimaati ,isa hin miidhu ,adawwitti dabarsee isa hin kannu.
Namni haajaa obboleessa isaa keessatti tahe Rabbiiniis haajaa isaa keessatti isaaf taha.
Namni nama Muslimaa irraa cinqii Takka hiike sababa saniitin Rabbiin cinqii guyyaa qiyaamaati isarraa hiika.
Namni nama Muslimaa sattare Rabbiin guyyaa qiyaamaati isa sattara.
Sahiiha Ibnu Hibbaan.
❤8
Signed Abdulhakim Nasru
15 Aug 2025, 21:51 UTC894 views9 reactionsread 14 September 2026 Forwarded from @shaafiimuhammad99
Haalaa fii amalli bareedaa fii ol'aanaan gaafa maatii,warra,ijoollee,namoota dadhaboo,khaadimootaa fii hojjettoota wajjiin jiraatan mul'ata.»ღ
* Isin keessa inni haalaa fii amalli isaa bareedaa isa maatii isaatiif haalaa fii amalaan bareedaa ta'eedha.»ღ
Muharram 28,14477
❤6🥰3
Signed Abdulhakim Nasru
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ifiijeitoli. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.